Wabi sab oromoo

Wabi sab oromoo Wbo

14/05/2022

Wa dhaga'uf deemtu as dhageefadha

Koroonaan badee gaafa barnootatti deebinu
25/05/2020

Koroonaan badee gaafa barnootatti deebinu

Goota kana meeqa keessantu beeka yoo beektan Eenyuu naf himaa
25/05/2020

Goota kana meeqa keessantu beeka yoo beektan Eenyuu naf himaa

16/04/2020

Yooyyaa akkam jirtu kabajamtootaf hordoftoota pejii kanaa yeroodhaf toorarraa banus amma deebinee jirra

Waraana ashaagireekan lixa wallaggaa deemte akkasheen taatee jirtu
14/01/2020

Waraana ashaagireekan lixa wallaggaa deemte akkasheen taatee jirtu

Kun sudaan kibbaa miti mooraa yuniversitii ambooti oromooko kana kan oromootu bulchaa jira jedhan
30/12/2019

Kun sudaan kibbaa miti mooraa yuniversitii ambooti oromooko kana kan oromootu bulchaa jira jedhan

Ani ofiikof riqicha ta,e sabakoo ifa basuuf gammachuunkoo heeduudha
30/12/2019

Ani ofiikof riqicha ta,e sabakoo ifa basuuf gammachuunkoo heeduudha

Ilmaan iyyeessa akka kanati rakkatee guddate nafxanyaan itti xabatti obsi yaa garaakoo
30/12/2019

Ilmaan iyyeessa akka kanati rakkatee guddate nafxanyaan itti xabatti obsi yaa garaakoo

Wbon kallatti afraniin gumaa ilmaan oromoo baasuu itti fufee jira baga gammadan baga gammane
30/12/2019

Wbon kallatti afraniin gumaa ilmaan oromoo baasuu itti fufee jira baga gammadan baga gammane

Baratoonni keenya maqaa goototaan boqonnaa jalqabaniiru jabadhaa jedhaani oromooko
30/12/2019

Baratoonni keenya maqaa goototaan boqonnaa jalqabaniiru jabadhaa jedhaani oromooko

Wanti odeessan akka odessa osoo hin taane hojiidhan ibsuudha jabaadhu jaalako
29/12/2019

Wanti odeessan akka odessa osoo hin taane hojiidhan ibsuudha jabaadhu jaalako

Akkam fayya keessani oromooko nagaan keenya mana mana keessaniti isin bira nuf haa ga,u jechaa warrootadegartoota wbo ta...
29/12/2019

Akkam fayya keessani oromooko nagaan keenya mana mana keessaniti isin bira nuf haa ga,u jechaa warrootadegartoota wbo taatan qofaaf waraanni bilisummaa oromoo godinoota adda adda irra jiran cina dhabachuun mootummaa illamaan oromoo bakkoota garaagaratti lubbuu isaaniitin taphata jiru kana of irraa akka buqisnuuf ummanni oromoo deeggarsa dandeeti isaatin akka goonuuf

Address

Boolloo
Dubai
0918690308

Telephone

0961252736

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wabi sab oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share