24/10/2024
Dhibbaa dhiiga ( blood pressure) Fi hir'inaa dhiiga( Anemia)
Dhibben Kun dhibbee bal'inaan naannoo keenyati mudaacha kaan jiruudha...
Dhibbaa dhiigaa jechuun sababaa ujummoon dhiigaa dhiphachuun yookkin ammo dhibbaa dhiigni ujjummoo keessaa deemu taasisuun kaan dhufuudha...
Maloota ittisa(prevention methods)
1 bunaa dhuguu dhisuu ykn hir'isuu
2 Ashaboo nyaata Fi dhihaati keessaati fayyadamnu xiqqesu
3 Alkooli, jimmaa Fi sigaara guutumaan guutuuti dhisuu
Hanqinaa dhiigaa(Anemia)
Gartuleen dhiigaa sadaan(Red blood ceel, white blood cell and platelets) jedhaaman keessaa tokko yookin hundii isaani lakkofsaa yoo hir'atanidha
If Your doctor told you that you're Anemic.....
Muduralee Fi muduralee magariisaa ta'aan
Foon diimaa kaan hoori too ta'ee filaramaadha
Bidenaa xaafi nyaadhu...
Thanks for reading
Obsinaan Gobe( DVM)