Kolleejjii T. Misiraachoo Wangeelaa

Kolleejjii T. Misiraachoo Wangeelaa (AFAAN OROMOO) Maasters, Digirii, Dippiloomaa fi Sartifikeeta

 Barattoota   World Mission muraasa waliin.Nu biratti barnoota qulqulluna olaanaa qabu kottaa baradhaa.0965723389
05/05/2025


Barattoota World Mission muraasa waliin.
Nu biratti barnoota qulqulluna olaanaa qabu kottaa baradhaa.
0965723389

 !Kol.Ti. MiW irraa:  hundaaf:-Nagaa!!! Barnoonni Sambata duraa 25/08/2017 koorsiin baay'ee murteessaatu kennama  ganama...
30/04/2025

!
Kol.Ti. MiW irraa:
hundaaf:-
Nagaa!!!

Barnoonni Sambata duraa 25/08/2017 koorsiin baay'ee murteessaatu kennama ganama 2:30 tti jalqaba.
Bakki barnootaa - Biiroo Giddu galeessaa MiW ti.
Kanaafuu;
* Guyyaa fi yeroo eegdanii akka argamtan.
* Hojii manaa xumurtanii akka argamtan.
* Qormaataaf akka qophooftan.
* Koorsii qormaata hin qoramin yoo qabaattan guyyichatti ni qoramtu waan ta'eef qoohooftanii argamuu qabdu.
* Kaffaltii koorsii kaffaltanii argamuu qabdu.
haaraa nama tokko tokko qabattanii dhufuu qabdu.
Wal beeksisaa.
Nagaa wajjin;

 Sambata duraa 25/08/2017.Semesteera haaraatti waan seennuuf barataa haaraas ni galmeessina.Eebbifamaa.
28/04/2025


Sambata duraa 25/08/2017.
Semesteera haaraatti waan seennuuf barataa haaraas ni galmeessina.
Eebbifamaa.

“Kottaa in gammannaa, in ililchinas! Maqaa isaas in guddifnaa! Guyyaan gaa'ela hoolichaa ga'eera, misirroon isaas isaaf ...
26/04/2025

“Kottaa in gammannaa, in ililchinas! Maqaa isaas in guddifnaa! Guyyaan gaa'ela hoolichaa ga'eera, misirroon isaas isaaf of qopheessiteetti !”
— Mul. 19:7

 Guyyaa har'aa(17/08/2017) Kolleejjii Tiwooloojii Misiraachoo Wangeelaa wirtuu   sadarkaa BA tiin barsiisa jalqabnee jir...
25/04/2025


Guyyaa har'aa(17/08/2017) Kolleejjii Tiwooloojii Misiraachoo Wangeelaa wirtuu sadarkaa BA tiin barsiisa jalqabnee jirra.
ulfinni Gooftaaf haa ta'u. Warri naannoo sanaa carraa kanatti fayyadamuudhaan itti makamaa isiniin jenna.

 Buraayyuutti Sanbata duraa 18/8/2017 Koprsiin kun waan baratamuuf, tajaajiltoonni dhuftanii barattoota keenya waliin ba...
24/04/2025


Buraayyuutti Sanbata duraa 18/8/2017 Koprsiin kun waan baratamuuf, tajaajiltoonni dhuftanii barattoota keenya waliin barachuu ni dandeessu.
- Waldaya biraana Kiristoos buraayyuu
- Sanbata duraa 18/8/2017
- ganama 2:30
namuma fedha qabu afeertanii qabaattanii dhufuu ni dandeessu.

   Kol/T/ Mis/ Wangeelaa irraa:  yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa 2017 E.C geessan.Barnoonni  (Sanbata duraa 18/08/2017) dh...
23/04/2025




Kol/T/ Mis/ Wangeelaa irraa:
yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa 2017 E.C geessan.
Barnoonni (Sanbata duraa 18/08/2017) dha.
* Qormaata 2'f qophaa'aa.
* Hojii manaa hojjedhaa.
* Gatii koorsii kaffaltanii nagahee qabachuu qabdu.
* Yeroon barnootaa ganama sa'a 2:30 dha.
*Barataa haaraa fidaa kottaa.
Wal yaadachiisaa.
.

 .Ayyaana itti LUBBUU 1 amansiistan isiniif haa ta'u.
18/04/2025

.
Ayyaana itti LUBBUU 1 amansiistan isiniif haa ta'u.

 Carraa barnootaa guddaa kana fayyadamaa.   bilbila - 092163966009328451750965723389
08/04/2025


Carraa barnootaa guddaa kana fayyadamaa.



bilbila -
0921639660
0932845175
0965723389

Kol.Ti. Misiraachoo Wangeelaa irraa:- :Nagaa!Barnoonni MA Sambata Duraa (27/07/2017) dha.Koorsiin Heermeeneetiksii waan ...
03/04/2025

Kol.Ti. Misiraachoo Wangeelaa irraa:-
:
Nagaa!
Barnoonni MA Sambata Duraa (27/07/2017) dha.
Koorsiin Heermeeneetiksii waan kennamuuf eenyu iyyuu irraa hafuu hin danda'u.
Yeroon isaa ganama sa'a 2:30 dha.
Bakki barnootaa Waajjira Giddu galeessaati.
*Wal beeksisaa.
*Barataa haaraa qabadhaa kottaa.
*Hanga koorsii 5 tti Kaffaltii xumurtanii dhufuun dirqama.
Eebbifamaa.
dhugaa ba'uun itti fufa! Yoh 18:37.

 Sambata duraa 20/ 07 / 2017   ni barsiifama.  2017 gabaasa qorannoo isaanii ni dhiyeessu.  diploma qorannoo ni dhiyeess...
26/03/2025


Sambata duraa 20/ 07 / 2017
ni barsiifama.
2017 gabaasa qorannoo isaanii ni dhiyeessu.
diploma qorannoo ni dhiyeessu.
Qorannoo isaanii ni dhiyeessu.
Hubachiisa:
ni galmeessina. Koottaa barnoota sadarkaa isaa eeggate nu biratti baradhaa.

“Ergasii macaafa haa hubataniif sammuu isaanii ibseef.”  — Luq. 24:45
15/03/2025

“Ergasii macaafa haa hubataniif sammuu isaanii ibseef.”
— Luq. 24:45

“Ergasii macaafa haa hubataniif sammuu isaanii ibseef.” — Luq. 24:45 Kottaa baradhaa.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kolleejjii T. Misiraachoo Wangeelaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kolleejjii T. Misiraachoo Wangeelaa:

Share