Gawo kebe TVET College

Gawo kebe TVET College Hojiiwwaan guyyaa guyyaatti hojjetamanii fi karoorfaman kara miidiyaa hawwaasaa suuraa fi vedion deggerree isin biraan gahuuf qophiidha.

Waxabajjii 21/2012Kolleejjiin keenya waggaa waggaatti adda duree baasuun beekamtii ni laata.Haaluma kanaan guyyaa kalees...
29/06/2020

Waxabajjii 21/2012
Kolleejjiin keenya waggaa waggaatti adda duree baasuun beekamtii ni laata.
Haaluma kanaan guyyaa kaleessaa bakka hooggansi W/BLTO Aanaa fi I/GW/PSMQN aanichaa jiranitti waraqaa galatoomaa kennineerra.

Pirojektoonnii kolleejjii keenyatti baajata 2012tiin eegalaman yeroo ammaa %100n xumuramanii tajaajila eegalanii jiru. K...
24/06/2020

Pirojektoonnii kolleejjii keenyatti baajata 2012tiin eegalaman yeroo ammaa %100n xumuramanii tajaajila eegalanii jiru. Koronaa ittisaa hojii itti fufna.

18/06/2020

For all social media followers,
Follow us by liking our page and follow us by
following our page

18/06/2020

Hordoftoota midiyaalee hawaasaa maraaf,
Kana booda page keenya like follow gochuun nu hordofaa

Address

Kebe, Dambi Dolo
Adis Ababa

Telephone

+251993459909

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gawo kebe TVET College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share