03/04/2026
Worra Qolosaayisii 4:2-4 🙏🙏
[2] Waaqa jabaattanee galateeffatiisaan, adoo addaan hin kutin daadimadha'a. [3] Akkasuma dhossaa Kiristoosii, ka ani marroo isi'iitiif hidhamee jirulle lallabiisaaf akka dandeennu, Waaqi ergaa ifiitiif akka karaa nuu banu daadimadha'a. [4] Anille akka maltetti ifa tolchee ergaa isaa akka dubbadhu naaf daadimadha'a.