Wabii

Wabii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wabii, College & University, Around Anatol Hotel, Ambo.

IYYAAFANNOOBaaratuu Laaliisee SHibiiruu Jedhamti, Dhalattee Kan Guddatte Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Calliyaa Ganda Biloo...
27/11/2025

IYYAAFANNOO
Baaratuu Laaliisee SHibiiruu Jedhamti,
Dhalattee Kan Guddatte Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Calliyaa Ganda Biloof Kekuu Keessatti Dha, Mucaa Waggaa 13 Yoo Taatu,
Gaafa 30/10/2016 Mana Barumsaa Amboo Awaaroo Sad 1ffaa kaardi Fudhachuu Deemte osoo manatti Hin Debii'iin hanga yoonaa jirti. Maatiin Lafa Isheen Jirtuu Wallaaluudhan Rakkoo Hamaa Keessa Jiruu Namonni Argitan
Lakk,Bilb, 0927199279
0909311703
Irratti Bilbiluudhan Yoo Nu Beeksiftan
Gatii Dadhabbii Keessani Ni Kanffalla Isiinin
Jedhuu Maatiin !
Adaara keessan Sher Godhaa!!

Yaa dhugaa dubbadhu!
27/08/2023

Yaa dhugaa dubbadhu!

28/02/2023
COMING SOON...Singer Mengistu 🌍
26/01/2023

COMING SOON...
Singer Mengistu 🌍

26/08/2022

JIRRAA BULLEE BARII ARGUUF!

11/07/2022

Dhugaan ni qal'attii malee hin cittu!

06/04/2022

Dhugaa yoon dubbadhe
Rooba kan roobsu Waaqa
Namni ofumaa sobee Laaqa🙁

25/03/2022

Dhugaan Ilmoo Waaqati

04/11/2020

Mårëë’ōō Örõmãñìyä:
📣Gadaa International College

Dhaabbata barnoota ol'anaattii Sagantaalee:
👉Digrii Jalqabaa fi
👉TEVT level I-IV ttii

Gaalmee eegaleera!

Koolleejii Internashinalii Gadaa. "❤️Koolleejii Dhaloota Qubee"....✍️

28/10/2020

🌳Gadaa International College
Bara barnootaa 2013/21 tiif Gaalmee Eegalleerraa
👉Teessoon Magaalaa Amboo
Hoota Anatol Xiqoo gadi darbitanii.

🌲 Gadaan Gadaa Oromoti!

Address

Around Anatol Hotel
Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wabii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Wabii:

Share