Sagalee fiinnoo

Sagalee fiinnoo Shalom! God is good, if u went to have good image, u must be live with it.

22/08/2024
10/05/2023

Warri waaqayyoon abdiidhaan eeggatan haa gammadani!🙏

04/02/2023

Eebba dachaa eebbifamaa!

05/11/2021

Kan icciitii milkaa'inaa agree akeeku danuudha.
Ta'us ofii ittiin milkaa'uu hin danda'an.
Ugum!

Send a message to learn more

KUN YEROODHA KUN YEROO MITI UTUU HIN JEDHIIN QOPHAA'II ARGAMI! 2XIM 4:-2
21/10/2021

KUN YEROODHA KUN YEROO MITI UTUU HIN JEDHIIN QOPHAA'II ARGAMI! 2XIM 4:-2

Akkuma ummuriin nama kamii iyyu dabalaa adeemu turtii inni lafa kana irraa qabu gabaabbachaa deema. Ilmi namaa adeemsa j...
01/10/2021

Akkuma ummuriin nama kamii iyyu dabalaa adeemu turtii inni lafa kana irraa qabu gabaabbachaa deema.
Ilmi namaa adeemsa jireenyaa yeroodhaa gara yerootti godhu keessatti mal gochuun irra jiraataree?

01/10/2021

OF SOBDEE, OF HIN SOSSOBIIN!
OFTA'UU JRCHUUN JIREENYA DHUGAA ISA TA'E KIROSTOOSIIN QABAACHUUDHA.

30/09/2021

GATIIN JAALALLAA
MAALI?

Send a message to learn more

11/05/2021

WAAQAYYO isiniif in Lola isin gabii argadhaa
Ba'u 14:14

07/10/2020

Kan TURES, kan JIRU, kan DHUFU, AALFAADHAA Fi OMEEGAAN KIRISTOOS YESUUS, MASICHA ILMA WAAQAYYOOTI. AMEEN MARAANAATA!

08/11/2019

Jesus is lored

Address

Addis Abeba
Amuru
HIGH

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee fiinnoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Sagalee fiinnoo:

Share