Huseen Gadaa

Huseen Gadaa Art and Entertainment

30/07/2025
06/09/2023
03/02/2023

Mee Du’aa’iin Siif Godhaa Harka Kee Ol Qabii Aamiin Ja’i !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Bismillaahi Asslaatu Wassalaamu Alaa Rasuulillaahi Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

Rabbiin Guddaan Balbala Sharrii Hunda Isinirraa Haa Cufu
Balbala Kheeyrii Hunda isii Rabbi isiniif Haa Banu
kheeyrii Addunyaa fii Aakhiraa walitti Isiniif Haa qabu
Waan Isin Jalaa fagaatte Hunda Isiniif Haa dhiheeysu
Waan isinitti jabaatte hunda isiniif haa laaffisu
Waan Isin jalaa badde Hunda Rabbi Isiniif Haa Mullisuu

Hamtuu Teessan Hunda toltutti Isiniif Haa jijjiiru
Waan dhooysitanii balleessitan Rabbi Isiniif haa araaramu
Eeybii Teessan hunda rabbi Isin haa sattaru
Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda rabbi isiniif haa guutu
Addunyatti Jiruu Gaarii Aakhiratti Jannataan Isin Haa Badhaasu

Kan hin fuudhin rabbi jaartii gaarii Haa kennuuf
Tan Hin Heerumin Rabbiin jaarsa gaarii Isiif haa kennu
Warra ilmoo dhabe ilmaaniin isaan Haa Gammachiisu
Warra dhale ilmaan isaanii rabbi Haa Qaceelchuuf
Haadhaaf abbaa Keenya rabbi Umrii isaan Haa Dheereessu
Warra du’e hunda rabbi Rahmata haa godhuuf
Jannata isaatiin Rabbi isaan Haa gammachiisu

Rabbi waan Isa kadhanne Hunda Nuuf Haa qeebalu
Tan Nuti irrisne Rabbi itti nuuf haa guutu

Bihaqqi Subahaana Rabbika, Rabbil Izzati Ammaa Yasifuun, Wasalaamun Alal Mursaliin, Wal Hamdulillaahi Rabbil Aalamiin.

Du’aa’ii tana eega Aamiin Jettan booda share waliif Godhaa.

By: Ibsaa Dhugaa

https://www.facebook.com/profile.php?id=100079009500149

25/01/2023

Manni gogaa harreen ijaaramee
Gaafa waraabeesi yuuse diigama!

Samiifi lafa giddu dugda QillensaarraaAkka namaaf miti akkaRabbiif jirra!Page koo share, follow and like go'a! Amajji 20...
24/01/2023

Samiifi lafa giddu dugda
Qillensaarraa
Akka namaaf miti akka
Rabbiif jirra!

Page koo share, follow and like go'a!
Amajji 2015
Oromiyaa 💓

Address

Dhaloota Abdii Hegeree Biyyaa
Asebe Teferi
NO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Huseen Gadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Huseen Gadaa:

Share