13/10/2021
AMALOOTA DHIPHUUN SAMMUU NAMA BARSIISU
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Namni dhiphuu sammuun jeeqamaa jiru, dhiphuu isaa irraa hafuura fudhachuuf waantoota baayyee godha. Gochaan kun kan dhugumaan dhiphuu sana hirโisuuf gargaaru taโuu mala ykn kan dhiphuu sana caalaa nama miidhu tahuu mala
Kanneen armaan gadii amaloota badoo dhiphuun nama barsiisuu dha:
๐lkooliifi araadoota biroo amaleeffatta
๐Dubbii ykn rakkoo ofii baqachuu barta
๐Araada qumaaraa, Marsaa hawaasummaa (social), fiillmii si barsiisa
๐ Ija keessa nama ilaaluu baqatta
๐Hojii tuttursuu/bubbulchuu barta
๐Araada poornoograafiifi ofiin of gammachiisuu (ma********on)
๐Ilkaan qaruu, rifeensa ofii maruu/,buqqisuu qeensa cicciniinuu, hidhii cicciniinuu, quba hodhuu amaleeffatta
Furmaata
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Dhiphuu sammuu, muddama sammuu yoo dandaโame jireenya ofii haalaan caasessuun ofirraa ittisuu, kan darbee dhufus dafanii utuu hin hammaatin ogeessa mariisisuun furuun fala filannoo hin qabneedha.
FAYYAA SAMMUU MALEE FAYYAAN HIN JIRU!
By Naa'ol Baacaa
Gorsaalee Fayyaa Kharaa Khamiin
Akka Arkattu Barbaadda?
Filadhuutii Itti Dhihaadhuu
Me Kharuma Salphaan
Arkattaa.
https://t.me/DrmohammedIbrahim