Firo munir

Firo munir No Comment

Duuti tasaatii fi duuti dargaggoo dhaa heddummaattee, warra gorfamu rabbi nu haa taasisu.
16/05/2025

Duuti tasaatii fi duuti dargaggoo dhaa heddummaattee, warra gorfamu rabbi nu haa taasisu.

24/04/2025
  Daawwaa Sammuuti nama itti fayyadameef‼️‼️➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖✦ Gorsa namni si gorsu hin tuffatin bakka itti si fayyadu qaba....
23/04/2025

Daawwaa Sammuuti nama itti fayyadameef‼️‼️
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
✦ Gorsa namni si gorsu hin tuffatin bakka itti si fayyadu qaba.
✦Anatu beekaa hin baay'isiin kan si caalaa beeku jira.
✦ Hiyyeessa hin tuffatin boru isatu nama ta'a.
✦ Lolaaf hin ariifatin, miidhamuu dandeessa.
✦Karaa hin beekne irra hin adeemin.
✦ Nama hammeenya kee haasa'u hin jibbin, boru isumatu gaarummaa kee haasa'a.
✦Kan koo qofti haa caalu hin jedhin,nama si dhaggeefatu dhabda.
✦ Seenaa hin dagatin, dhalootaaf dabarsita
✦Beeka jettee hin taa'in, waan atii hin beekiin baay'eetu jira.
✦Balleessuuf hin fiigin, kan si balleessuutti baata.
✦Sirriidha jettee waanuma hunda hin haasa'in dogoggora qabaachuu mala.
✦ Abdii hin kutatin turullee siif dabarti!
✦Jal'ina namatti hin yaadiin, jal'aa taatee hafta.
✦Hojii hin tuffatin, hiyyoomtee haftaa.
✦Qabeenyaan hin booniin bor ni dhumaa.
✦Namni ati jaallattu yoo dugda sitti gale daftee hammeenya isaa hin haasa'in, yoo walitti deebitan gaabbita.
✦Waan na jalaa calliseef na jibbe hin jedhin, tarii haalli inni keessa jiru gaarii miti ta'uu mala!
Horaa Bulaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Hug88mnetxu
https://t.me/Hug88mnetxu

23/04/2025

Dear Mom, I'm nothing
without you ❤️🫶

23/04/2025

When a man truly loves
you, he makes you pregnant
❤️Sad Life

22/04/2025

Rabbiin gara jabina keenyaan waan nuti wolirratti hojjannu osoma beekuu nuuf sabare male silaa??????????

29/10/2021

Kadir martu

14/08/2021

Numaa jiraa
Akuumaataateettii

Address

E/hararge
Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firo munir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Firo munir:

Share