06/05/2020
β€
Tanin jiraadhuf ati
Jiruu too naf tahi
Tan onne na seente dhiiga ko laqamte
Na gatteen deemtu an koflake yaade
Koflake arguu dha an hawwin tiyya
Si fudhadhe galuudha an murtin tiyya
Haadha ilman kiyya
Yaa haadha garaa laaftu
Narran fagaatini kottu nahaamadhu
Jiru kon jibbe sifin jirachu egalee
Ati na dhifte deemnan an maraatu eegale
Manaaman na dhufta
sammun ko rakkatte
Jaalalafi jibban sa an addan wallaale
Eegan sin arkanne an nin wareegama
Siidaan jaalalaa haadhabattu anarraan