21/09/2025
🎉 ? ✨
Dhaabbileen leenjii teeknikaa fi ogummaa guutuu biyyattii keessa jiran yeroo leenjii haaraa kanaan leenjifamtoota jiranii fi haaraa simachuuf qophii isaanii guutuu xumuraniiru. 🚀
Dargaggoota, warra leenjii ogummaa barbaadan, akkasumas namoota mul'ata qaban ogummaawwan yeroo ammaa kana fedhii guddaa qaban irratti leenji'uun egeree isaanii ifa gochuuf karoorfataniif carraa warqeeti.🌟
🌟 Maaliif?
📚 Addunyaa hojiif beekumsa ti'oorii qofa osoo hin taane, leenjii qabatamaa guutuu fi fedhiidhaan akka ba'uuf si dandeessisu waan si qopheessuuf, .
📚 Leenjii gabaa hojii fi ogummaa yeroo ammaa kana fedhii guddaa qabuun walsimsiisu waan argattuufi baay’ee akka barbaadamtu si taasisu waan ta’eef, .
📚 Hojjetaa osoo hin taane hojjechiisaa ta'uuf carraa waan siif kennuuf;
📌 danda'a?
🎓 Eebbifamtoonni mana barumsaa sadarkaa lammaffaa hojiin ofii, maatii isaanii fi biyya isaanii jijjiiruuf meeshaa ijoo ta’uu hubatanii hojii filannoo isaanii ta’ee filatanii, .
🎓 Abbootii qabeenyaa fi invastaroota gara fuula duraa hojii leenjii erga jalqabanii booda daldala mataa isaanii jalqabuuf murteessan, fi
🎓 Lammiileen ogummaa fi beekumsa dabalataa horachuun daldala isaanii guddisuu, galii isaanii guddisuu fi gara fuula duraatti of jijjiiruuf karoorfatan sagantaalee adda addaatiin leenji’uu ni danda’u.
👉 darbiin!
🌠Kolleejjii leenjii teeknikaa fi ogummaa naannoo keessan jirutti makamaa! Bara leenjii haaraa keessatti hojii qabaachuun egeree jijjiiruuf dafanii galmaa'aa!
Ministeera Hojjetaa fi Ogumma