21/11/2025
๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ช๐น๐ช๐น๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ
Kaleessa Maashina Daandii hojjatu yeroo hojjattootaa fi Ummanni keenya hirmaannaa isaan bitatu Dirqiin Mindaa hojjataa Muran jettu arra immoo Gibiraan dhufte;Boru hoo Daandii Seeraan ala baasan, haroo seeraan ala heddummeessanii hojjatan, jallisii Ooyruu qonnaan bulaatti baasan jechuufi kaa jawwee? Nuti Badhaadhina; kaayyoo keenyaatu ummata misoomaan guddisuudha. Isiniis kaayyoo keessantu Booyaa boochisaa jiraachuudha. Nuti yoomiyyuu jawwisaarraa waan gaarii eegnee hin beeknu,niis hin eegnu eeguufiis hin teenyu. Sababni isaa atii fi gareen kee warri hinaaffaa aangoorraa maraattan hojiin keessan odeessuu qofa akka ta'ee fi reeffa daldaluu waan ta'eef boochisee jiraattota ta'uu keessan sirritti beekna; ummanni keenyaas bareechee isin beeka. Yeroon fb dhaan daandii cufaa,wal ajjeessaa,gubaa, diigaa jechuun badii uuman sun darbeera. Gaafasiis taanaan ummanni keenya isin deeggaruuf osoo hin taane sirnichaatu kan Oromoo miidhaa jiru waan ta'eef isin dhaggeeffate malee maraatuu keessan wallaalee miti. Arra Ummanni keenya Sirna ofii isaatiif ijaarrateen bulaa jira. Eenyu eenyurratti kaasuufi laata? Kkkkkk kee kana kunoo!
Abjuun bara beelaa_maaloodha jedha oromoon.
!