Kolleejjii Barnootaa Barsiisota Fiichee

Kolleejjii Barnootaa Barsiisota Fiichee For information

15/10/2025
Mooraa KBBFiichee ..... Loading Degree programs
15/10/2025

Mooraa KBBFiichee ..... Loading Degree programs

03/11/2024


Ergaa BBO irraa nu qaqqabe:
Barsiisonni baroota adda addaa gosa barnoota adda addaan eebbifamtanii sababa "COC" fi kannen biroon HIN RAMADAMIN jirtan beeksisa guyyaa gaafa 14/02/2017 galmeef ba'e hordoftanii Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Fiichee tti galmooftan leenjii gabaabaan guyyaa gaafa 26 - 30/2017 tti isiniif kennamuun gara hojitti waan bobbaataniif guyyaa gaafa 26/02/2017 ganama sa'aatii 2:30 irraa eegaltanii KBBFiicheetti argamuun leenjicha akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.

Hubachiisa:
1. Namni guyyaafi yeroo jedhameen ala dhufu hin keessummeeffamu.
2. Namni Ulaagaalee kaa'ameen alatti galmaa'ee leenjicha fudhachuuf dhufu SEERAAN itti gaafatama.

Barsiisoota leenjii Gabaabaa fudhataniif
31/10/2024

Barsiisoota leenjii Gabaabaa fudhataniif

Duulli dhaabbii  biqiltuu Ashaaraa Magarisaa guyyaa har'aa  akka KBBFtti akkas fakkaata
23/08/2024

Duulli dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magarisaa guyyaa har'aa akka KBBFtti akkas fakkaata

Share
15/07/2024

Share

Haaraa
01/06/2024

Haaraa

11/03/2024

Address

Adis Abeba
Fitche

Telephone

+251111351679

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kolleejjii Barnootaa Barsiisota Fiichee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kolleejjii Barnootaa Barsiisota Fiichee:

Share