15/11/2025
በጅንካ ከተማ የተከሰተው ወረርሽን "Marburg Virus Disease" እንደሆነ ጤና ሚንስቴር በዘረ መል ምርመራ ዛሬ አረጋግጧል.
Marburg Virus Disease ምንድነው?
የበሽታው መንስአኤ ቫይረስ ሲሆን አብዘኛው ምልክቶቹ ከ "ebola virus" ጋር ተመሳሳይነት አለው.
💥በሽታው ከዚህ በፊት በአውሮፓና ብዙ የአፍሪካ አገሮች ላይ ተከስቶ ያዉቃል.
💥 በሽታው ከእንስሳት ወደ ሰው እንዲሁም ከሰው ወደ ሰው በአካላው ንክኪ በተለይ በደም እና ከሰዉነት በሚወጡ ፈሳሾች ንክኪ እንዲሁም በግብረ-ስጋ ግኑኝነት ወቅት ልተላለፍ ይችላል
💥 እስከ አሁን መዳኒትም ሆነ ክትባት አልተገኘለትም
💥 አደገኛ ገዳይ ከሚባሉ በሽታዎች አንዱ ነው
💥 የበሽታው ምልክቶች
የበሽታው ምልክቶች መታየት የሚጀምሩት በቫይረሱ ከተጠቁ ከ 2 እስከ 21 ቀን ባሉት ጊዜ ዉስጥ ነው, ምልክቶቹም:
♨️ ትኩሳት
♨️ ብርድብርድ ማለት
♨️ ራስ ምታት
♨️የጡንቻ ህመም
♨️ የቆዳ ላይ ሽፍታ
♨️ ማቅለሽለሽና ማስመልሰ
♨️ ተቅማጥ
♨️ በአፍ ወይም በአፍንጫ መድማትና ዋና ዋና የሰዉነት ክፍሎች ስራ ማቆም ይጀምራሉ
💥 መደረግ ያለባቸው ጥንቃቄዎች 🎇 በበሽታው ከተጠረጠሩ ሰዎች የደምና የሰዉነት ፈሳች ንክኪ ራስን መጠበቅ 🎆 በበሽታው ከታመሙ ሰዎች ጋር ከፆታው ግኑኝነት መቆጠብ ( ከቫይረሱ ነፃ መሆናቸው በላቦራቶሪ እስከምረጋጥ) 🎆 በበሽታው የታመሙትን ሲያስታሚሙ, ጉአንት ቢጠቀሙ ይመከራል
====================================================
Gosa Vaayirasii dhibee Heemoreejik Fiiverii fidan keessa 'Marburg Virus'
Waa'ee Vaayiirasii kanaa wantoota beekuu qabdan muraasni kunooti.
Dhibeen kuni duraan biyyoota akka Taanzaaniyaa, Gaanaa, angoolaa, Giinii , Koongoo fi kkf hedduu keessatti mudatee ture.
Dhukkuba Vaayirasii Maarbarig (DVM): Cuunfaa Hubannoo Uummataaf
Dhukkubni Vaayirasii Maarbarig (DVM) dhukkuba vaayirasii yeroo baay'ee hin mul'anne garuu cimaa ta'e yoo ta'u, vaayirasii Maarbarig jedhamuun dhufa; vaayirasiin kun maatii filovaayirasii—kan Eeboolaa wajjin tokko.
Yoo dafee to'atamuu baate, saffisaan tamsa'ee ajjeessuun lubbuuf sodaachisu danda'a.
Akka Vaayirasiin Maarbarig Itti Daddarbu:
🚫Karaa wal tuttuqqii bineensota vaayirasichaan qabamanii wajjin, keessumaa Gosa simbiraa Rousettus aegyptiacus, fruit bats jedhamtu waliini.
🚫Karaa wal tuttuqii kallattii dhiiga yookiin dhangala'aa qaamaa nama vaayirasichaan qabamee wajjin.
🚫Karaa meeshaalee faalaman kan akka uffata siree yookiin meeshaalee yaalaa.
Mallattoolee Gurguddoo:
✔️Mallattooleen yeroo baay'ee saaxilamuu booda guyyaa 2–21 gidduutti akka tasaa jalqabu: isaanis
✳️