Hirpex Tefera

Hirpex Tefera VHG

12/03/2022
life
20/04/2021

life

Obbolaawwan koo👍 naf jiraadhaa
21/12/2020

Obbolaawwan koo👍
naf jiraadhaa

21/09/2019

🌸◄▬^^^^°^^^^^^^°℅

💰Namnii aduun jalaa lixuu ishetti boo'u urjii arguu dadhaba. Kanaf kan darbeetti yaada Hin hidhiin.
💰Namnii of ilaalu mul'aatatti dhufa, namnii bakkee ilaalu garuu abjuu qofa arguu danda'a.

💰Waan hojjettu garaa kee guutuun hojjedhu. Dhibaa'inattii of eegi.
💰Yeroo hundumaa nama fuula ifaa qabu ta'i . K**a gochuu keetiin rakkooleen Si marsan akka hurrii tamsa'u.

💰Gammachuu qabeenyaa wajjin wal Hin qabsiisin gammachuun namoota hundumaaf mirga uumamaa ti malee qabeenyaan kan argamu miti.

💰Namootni daandii isaanitti fakkaateen sababa hojjetaniif obsiif.
💰dhiphina injifadhu; gammachuun hojjedhu.

💰mareen beekumsa wal jijjiiruu dha. Falmiin wallaalummaa wal jijjiruudha. Kanaf falmii irra maree irratti xiyyeeffadhu. Robert quillen
Hiriyaa keetif share share.......
Hora bulaa.

Address

Guder

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hirpex Tefera posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Hirpex Tefera:

Share