20/01/2023
Muuziqaan Afaan Oromoo sadarkaa Afrikaatti moo'achuu miti kaadhimameeyyuu hin beeku. Garuu ga'ee olaanaa taphachuu sirbi koo 'DEEMI' jedhu sadarkaa Afrikaatti tokkooffaa ba'uun badhaasa moo'achuu danda'eera. Kun waan guddaadha.
Dubartii cimtuu ga'ee akkanaa taphatteen isin maal jettu????
आप मजबूत महिलाएं हैं। मैं हमेशा तुम्हें प्यार करता हूँ।