Chalex saanii

Chalex saanii Namus

12/10/2022

Moylida haakabajnuu
Hindhiifnu kabajuu
Akka hordoftoota najdii

29/08/2022
29/08/2022

Qophiin mawlidaa jalqabamee jira, nuti rasuula keenya (alehissalaatu wassalaam) nijaalanna, nikabajna, niguddifna, nifaarsinaasi, jaalala isaaniif qabnu kana isaanitti hidhachuun isaan hordofuun waajiba gaggeessinee haraamirraa fagaatuun warra mul'isuudha, kana hundaaf bu'urri barnoota waan ta'eef guyya guyyaan seenaa fii mu'ujizaalee rasuula keenyaa tan adda addaa kan isin biraan geenyu taha sirritti nuhordofaa, isinis hiriyyoota keessaniif qoodaa, galatoomaa.

29/08/2022

Hiikkaa mu'ujizaa

Nabiyyiin tokko mu'ujizaadhaan beekama, Mu'ujizaan amrii aadaatti hin argamneedha.

Fakkeenyaaf yeroo nabiyyiin aleyhi salaatu wassalaam itti akheekan jiini baqaquu faadha. Kunis waan nabiyyumaa isaani irratti ragaa tahudha ykn dhugoomsudha.

Warreen nabiyyummaa isaanii mormu waan isa fakkaatu fidanii deebisuu hin danda'an, Wanni nama dinqisiisu kan aadaa hin faallessine mu'ujizaa hin jedhamu.

Fakkeenyaaf yeroo takka dhagahuun walaloo dheertuu haffazuu fi bishaan keessa lixani(limani) daqiiqa 5 turuun mu'ujizaa hin jedhamu.

Akkasumas wanni aadaa faallessu kan gabroottan rabbii hordoftoota rasuulaa aleyhi salaatu wasallam irratti argamuus mu'ujizaa hin jedhamu karaamaa jedhama malee. wanni fakkaataadhaan deebifamu hundi kan akka sihriitis mu'ujizaa hin jedhamu.

Mu'ujizaan bakka lamatti qoodamti :

1.ffaan barbaacha ummataatin argamti. Fakkeenyaaf gaala nabiyyii saalih tan ummanni isaa "yoo nabiyyii dhugaa taate si dhuhoomsinaa gaala ilmoo qabdu dhagaa kanarraa nuuf baasi" jechuudhaan irra barbaadani turan. Akkasitti gaala ilmoo qabdu rabbiin dhagaa duudaarraa baasefii amanan.

2.affaan ammoo osoo ummanni hin barbaadin tan argamtudha. Fakkeenyaaf yeeyyin nabiyyii keenya dubbisuu faadha.

Mu'ujizaalee nabiyyii keenya alayhi salaatu wasalaam gabaabinaan isin biraan geenya isiniis hiriyyoota keessaniif qoodaa.

Madarasaan alfurqaan kan magaalaa ijaginnaaa marsaa sadaffaatiif barattoota isaa haala kanaan Eebbisiiseejiraa =Baga gam...
02/08/2022

Madarasaan alfurqaan kan magaalaa ijaginnaaa marsaa sadaffaatiif barattoota isaa haala kanaan Eebbisiiseejiraa =
Baga gammaddan warri ijaginnaa

Address

NamusNamaa
Harar
NAMUS

Telephone

+251922642778

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chalex saanii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Chalex saanii:

Share