11/04/2026
የአፍሪኤግዚም ባንክ ፕሬዝደንት የሆኑትን ዶክተር ጆርጅ ኢሎምቢን ዛሬ ተቀብያለሁ። በነበረን የጋራ ቆይታ፣ ስትራቴጂካዊ ግንኙነታችንን በምናጠናክርባቸው ጉዳዮች ዙሪያ ውይይት አድርገናል።
Pirezdaantii Baankii 'Afrexim' Dr. George Elombi har'a simadheera. Yeroo waliin turretti akkaataa itti dhimmoota walittidhufeenya keenya tarsiimowaa ta'an cimsuu dandeenyu irratti marii'anneerra.
Pleased to receive Dr. George Elombi, President of Afrexim Bank, for discussions on strengthening strategic partnerships.