Magarsaa Kayyoo

Magarsaa Kayyoo Mayraa=Naasir Education system

15/12/2024
11/02/2024

Walgahiin Magaalaa Shanan Gibee Jimmaa Nagaadhaan xumuraneera Alhamdulillah

03/12/2023
23/09/2023

🧕
'Siidaa hijaabaa isa jalqabaa'
******
Siidaan 'addunyaarra isa jalqabaati' jedhamee fi dubartoota hijaaba uffatan kabajuuf/leellisuuf kaayyeeffate ifa ta'uuf.

Siidaan 'The Strength of the Hijab' jedhamee moggaafame kun, ji'a dhufu keessa UK dhiyeenya magaalaa Barmingihaam, Smethwick'tti ifa taha jedhameera.
Dizaayinarri siidaa meetira shan dheeratuu fi ulfaatina toonii tokkoo kana midhaasse Luuk Peerii jedhama.

Kanneen UK keessa jiraatan marti bakka bu'ummaa argachuu qabu jedha Luuk.
Dabaluunis: "Hojiin kun sababa garagaraatiif falmisiisaa tahuu mala. Garuu sababni isaan dhiyeessan kamuu sirrii natti hin fakkaatu," jechuun hime.
"Egereen biyya keenyaa waan nu tokkoomsu irratti hundaa'a malee, waan gargar nu qoodu miti."

17/09/2023

Address

Harer

Telephone

+251951610251

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Magarsaa Kayyoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Magarsaa Kayyoo:

Share