22/09/2023
’amuu…
Ida’amuun uumama hundaaf ni hojjata, Ilmi namaa kennaa addaa yaaduufi xiinxaluu isaaf kennameen, dandeettii qabu walitti gurmeessee waliin hojjachuun jijjiirramuu akka danda’u isa taasisa. Kanaafi, yaadni Ida’amuu biyya keenya qofaaf osoo hin taane, dhala namaa hundaaf ni hojjeta kan jennu. Nutis akka Badhaadhinaatti Ida’anuudhaan gara masaraa Badhaadhinaatti ol ka’uun salphaadha kan jedhamu. ka’umsa yaada kanaati.
Ida’amuun Daandii Badhaadhinaati!
Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Dr. Abiy Ahmad