Roobenus Oromiyaa

Roobenus Oromiyaa Page kun guutuun isaa dhimma waa,ee fayyaa fi barnoota irraatti xiyyeeffata

04/05/2026
With Gammachiis AG Fayisaa – I just got recognized as one of their top fans!
28/04/2026

With Gammachiis AG Fayisaa – I just got recognized as one of their top fans!

24/04/2026

𝔾𝕒𝕣𝕒𝕒𝕗 π”Έπ•“π•“π•’π•’π••π•™π•¦π•žπ•’π•₯𝕦𝕦 π”»π•’π•’π•Ÿπ•ͺ𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒.

Brad murxuxxee Had jedhanii Dabarsuu jedhaka oroon koo.
28/05/2022

Brad murxuxxee Had jedhanii Dabarsuu jedhaka oroon koo.

07/04/2022

Waan Hundii Sin Fayyaaduu.Garuu Waan Keessaa Jirtu Tilmaammii.Adduunyaan Kun Adduunyaa Shiraaf Sobnii Akkaasumaas Ofiittummaan Keessaa Guuteedha.Adaara Dhaloota Of Keessaa Badee Hin Taa,iWaan Hundii Sin Fayyaaduu.Garuu Waan Keessaa Jirtu Tilmaammii.Adduunyaan Kun Adduunyaa Shiraaf Sobnii Akkaasumaas Ofiittummaan Keessaa Guuteedha.Adaara Dhaloota Of Keessaa Badee Hin Taa,inaa.

03/04/2022

Hawwii Qabaachuun Adduunyaa kana keessaa nama milkaa,a nama taassissaa

05/03/2022

Wal qunnamtii saalaan ala Yeroo dheeraaf kahee turuu qaama saalaa dhiiraa(Priapism).
Rakkoowwan akkasii muraasa mana yaalaatti waan argeef barreessuuf dirqame. Fayyaan saalfii hin qabu waan taheef. Akkuma beekamu akkasumas akkuma suuraa irratti argitan qaamni saalaa dhiiraa tokko kan kahu/dhaabbatu sababa hormooniin hiddoonni dhiigaa naannoo qaama saalaa keessa jiran dhiigaan guutamuun akka kahu godhu. Dhiirri tokko yeroo miirri itti dhaga'amu hormoononni baay'een waan gadi dhiifamaniif dhiigaan guutamee akka kahu godhu. Yeroo tokko tokko qaamni saalaa dhiiraa akkasumas yeroo wal qunnamtii saalaaan ala yeroo dheeraaf kahee yeroo turu ni argina. rakkoon akkasii kun Priapism jedhama.
Priapism maalidha? Akkamitti namatti dhufa!
Rakkoon kun qaamni saalaa dhiiraa fedhii wal qunnamtii saalaan ala sahaa 4 oliif yeroo kahee turuuf miirri dhukkubbii baayinaan itti dhaga'amaa deemudha. Taaten kun kan nama mudatu dhiigni yeroo qaamni saalaa kahu gara qaama saalaa isaa deemu gara onneetti yeroo deebi'uuf(venous return) danqamudha. Gama biraan rakkoon kun Rakkoowwan ujummoo dhiigaaf Dhiiga waliin wal qabatanis tahuu danda'a. Suuta suuta dhukkubbii hamaan itti dhagahamaa akka deemu waan godhuuf dhiironni sahaa 4 oliif qaamni saalaa keessan baay'ee kahee deebi'uu dideef miirri dhukkubbii hamaan isinitti dhagahamu gara mana yaalaa deemuun ilaalamaa
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nardos Muse

04/03/2022

Address

Jaja

Telephone

+251938493344

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Roobenus Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share