Supporter Fact Team

Supporter Fact Team Jesus is great

WBO- Uummata saamuu, ukkaamsee maallaqa irraa zarafuu. Kan irra waan darbe cilaancila tokko waan uummata keenyaaf godhe ...
07/06/2025

WBO- Uummata saamuu, ukkaamsee maallaqa irraa zarafuu. Kan irra waan darbe cilaancila tokko waan uummata keenyaaf godhe hin qabu.

FAANNOO- Ilmaan minilik, harkaaf harma mu*raa seenaa dubbisnee dhageenye. Wallaggatti, Salaleeeti ilmaan haraamuu tun yeroo isheen Basumaam jettee oromoo qa*1tu arginee. Abjuun Faannoo oromiyaa diiguudha, duula oromummati. Abjuun faannoo 4k galuudha.

TPLf- Diina oromooti. Waggaa 30f nu dararaa turte, nu kolaasaa turte, nu ajj*eesaa turte, qabsoo qerroon godheen nama 5000 ol itti wareegne,hundi keenya madaa ofirraa qabna. waan dhalli namaa nama irratti hin hojenne nurratti dalagaa turte. Kana namni hin beekne ijoollee waggaa 7 as dhalatan yoo tahedha.

JAWAR- Wayyaanee kompiiteraan raasaa ture, goota wayyaanee dhiiga dhaabaa turedha. Kanaaf dhaloonni hundi isa jaalata. Qabsaa'aa keenya ture. Waggaa 5nin dura guyyaa jawar ani marfame jedhu hundi keenya uuuuu jennee reebmnee, hedduun ajj*eefaman. Harra garu Jawar Mohammed 🤏Dheebotaa hangooti. Osoo dheebuu haangoo tahuu baatee jarreen kanaan hin firoomu

31/05/2025

Walumaa galatti Jawar jechuun kondomii OPDO-n itti fayyadamttee garbage keessaatti gatte jechuudha. 😁
Jedhe Abrham

Mootii Oromoo Mataa ol qabachiiseAbiy Ahmed Ali Sarooni ni dutu, Leenci deemsa isaa itti fufa.Warreen madaa uummata xuxu...
27/05/2025

Mootii Oromoo Mataa ol qabachiise
Abiy Ahmed Ali
Sarooni ni dutu, Leenci deemsa isaa itti fufa.
Warreen madaa uummata xuxuqanii irraa shaqqalan akka jibittii gadoodu.
Abichuun itti fufa.
Na amanaa Abichuun umrii isaa guutuu biyya tana bulcha

19/05/2025

Hayi jawwee 😁
Betamingistii gurguraatii Mindaa kanfalaa jedhe jedhangaa😁😁
Hayiiiiiii

19/05/2025

The Jawar Mohammed Dirty Mind😁

Address

Jeldu Gojo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Supporter Fact Team posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share