𝐼𝑐𝑐𝑖𝑖𝑑𝑖 π‘€π‘–π‘–π‘™π‘˜π‘Ž'π‘–π‘–π‘›π‘Ž

  • Home
  • Ethiopia
  • Metu
  • 𝐼𝑐𝑐𝑖𝑖𝑑𝑖 π‘€π‘–π‘–π‘™π‘˜π‘Ž'π‘–π‘–π‘›π‘Ž

𝐼𝑐𝑐𝑖𝑖𝑑𝑖 π‘€π‘–π‘–π‘™π‘˜π‘Ž'π‘–π‘–π‘›π‘Ž Works at Adis Abeba

24/02/2024

18/11/2023

madda nagaa koo ko

  koo isa dhugaaNan yaadadha yeroo tokko feesbuuki(online)kana irrattii mucaa dubara tokkoo duuka yeroo baayee hin aasof...
17/05/2023

koo isa dhugaa
Nan yaadadha yeroo tokko feesbuuki(online)kana irrattii mucaa dubara tokkoo duuka yeroo baayee hin aasofna turre. Mucaa kana duuka wanti nu aasofnu wanta biraa osoo hin taane naga fayyaa erga wal gaafanne booda jiruuf jireenyi keenya maal akkaa fakkaatu ergaa aasofne booda qoosa dhuma waliin qoosna turre. Osoo dhuma kanaan jirru guyyaa keessa guyyaa gaaf tokko gaaffin takka hin gaafatin gaaffi addaatu ana biraa baate gara mucayyo kana dhufa aasan kunis aasa jaalala ture. Mucaayyoos gaaffin kun hin rajeeffachise kan ishee rajeeffachise wanta biraa osoo hin taane akkamittii akkan mucaa kanattii gaaffi kana kaasetu ishee raajeeffachise sababni isaas gaaffi akkana wal irraa eega hin turre waan ta'eef
koos akka armaan gadittii ture
Ana:-sin jaalladha
Ishe;-ammam na jaaldhatta
Ana:-tilmaama hin qabu baayyee baayyee.....baayyeedha
Ishe:-mage garuu akkamittii akkas na jaaldhatte tokkoffa qaaman nan beektu 2ffaa amallii koo amala akkami akka tahe hin beektu ho mee eessa koo jaaldhatte dhugaa jiru natti himi?
Ana:-gaaffii kana deebisuun heeddu natti ulfaate ta'us caldhise hin dhiisne akkas jedheefin deebise beqqaa akkuma kanattiin si jaalladhen jedheen
Ishe;-akkaa kanattii kan nama jaaldhattuf ati goofta yesuusi mo naan jette
Kana booda mucaa kanaaf deebi tokko deebisuufis tahe gaaffi tokko gaafachuf hin dandeenye dhiisen biraa deebi'e.
Maalin siniin jechuu barbaade dhugaa dhuma isaa yoo walittii himne sababa tokko malee kan nu jaaldhate yesuus kiristoosin duwwaadha hin soba malee namni kamu gaafa si jaaldhatus tahe gaafa jaaldhatu sababa tokko sirraa argeetu yks sababa wayii irraa argiteetu malee akkasumaan mitii kan akkasumaan na jaaldhate isinis jaaldhate yesuus kiristoos isa lubbu isa nuuf keenne qofaadha
Abeet jalaala ❀

Naman yeroo hunduma suura inni kaasuf akkaata inni ittii kaasu Ajaa'ibsifadhu muddasir suura inni alana akkan of hin qab...
04/05/2023

Naman yeroo hunduma suura inni kaasuf akkaata inni ittii kaasu Ajaa'ibsifadhu muddasir suura inni alana akkan of hin qabne na godhe .waluma galatti an waanin siin jedhu hin qabu beqqaa suura kaasu hin dandeessa dhugaa waaqa ! ❀

11/04/2023

Ila Ammas ijaa jabaadhe nan jedhaa
Gooftadha.

HBD baga guyyaa kabaja Ayyaana keen si gahe waaqayyo inni bara irratti bara siif dabale ha kabajamu ammas darbi jiraadhu...
11/04/2023

HBD baga guyyaa kabaja Ayyaana keen si gahe waaqayyo inni bara irratti bara siif dabale ha kabajamu ammas darbi jiraadhu.
Jerusa my ❀

β€œWaa'ee fannifamuu Kristos dubbachuun warra karaa badiisaa irra jiraniif gowwummaa dha; nuyi warra karaa fayyinaa irra j...
08/04/2023

β€œWaa'ee fannifamuu Kristos dubbachuun warra karaa badiisaa irra jiraniif gowwummaa dha; nuyi warra karaa fayyinaa irra jirruuf garuu, inni humna Waaqayyoo ti.”
β€” 1Qor. 1:18
Jerusa Siraw waaqaΓ½yo bara kee ha eebbisu jabaadhu jabdu koo

Bantii OromooHiriyyaan baayyee jaalladhuBaga naaf dhalatte dhugaa yesuusHBD
23/01/2023

Bantii Oromoo
Hiriyyaan baayyee jaalladhu
Baga naaf dhalatte dhugaa yesuus
HBD

Solane  ❀
29/12/2022

Solane ❀

05/12/2022

Waaqayyo hin farada

Dilbata gaarii qabaadha
04/12/2022

Dilbata gaarii qabaadha

Address

𝐴𝑑𝑖𝑠 π΄π‘π‘’π‘π‘Ž
Metu
π‘€π‘Žπ‘”π‘–π‘–

Telephone

+251913651018

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝐼𝑐𝑐𝑖𝑖𝑑𝑖 π‘€π‘–π‘–π‘™π‘˜π‘Ž'π‘–π‘–π‘›π‘Ž posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to 𝐼𝑐𝑐𝑖𝑖𝑑𝑖 π‘€π‘–π‘–π‘™π‘˜π‘Ž'π‘–π‘–π‘›π‘Ž:

Share