22/04/2024
Kabajnii fi Jaalalli Guddaan Hooggantoota keenyaaf haa ta'u.
Amaloota Hooggansa Jijjiiramaa muraasa🌹🙏👇.
👉 Jaalala Hojii fi hojjataaf qabaachuu.
👉Aantummaa fi sabboonummaa qabaachuu.
👉Walqixxummaa fi iftoomina qabaachuu.
👉Raawwatuu fi raawwachiisuu.
👉Karooraa fi raawwii gamaaggamaa adeemuu.
👉Cimina argame jajjabeessuun Hanqina mudateef kallattii kaa'uu.
👉Haqummaa fi naamusa ogummaa eeguun eegsisuu.
AKKAMITTI MILKAA'E ?
🌟Kan jabaate badhaasa.
🌟Kan laaffate kakaasa.
🌟Kan abdii kutate abdii itti hora.
🌟Kan mufate araarsaa.
🌟Kan rakkate gargaara.
🌟Kan dogoggore gorsa.
🌟Kan dadhabeef humna ta'a.
🌟Bakka kee ufkaa'ee murteessa.
🌟kan binoome namoomsa.
🌟Cimina ke siif hime, hanqina ke siif sirreesa.
🌟Bakkuma hundatti siin qeequ, hawaasa keessatti ykn qaama biraa keessati.
🌟Kan kufe olkaasaa malee hin balleessu.
Hooggansa akkanaa nuuf haa baayyisu🙏❣️💘
Page kana Follow godhuun na jabeessa.
Galatoomaa!!