Abba Haile Michael

Abba Haile Michael ኢየሱስ ጌታ እንደ ሆነ በአፍህ ብትመሰክር እግዚአብሔርም ከሙታን እንዳስነሣዉ በልብህ ብታምን ትድናለህና።
ወደ ሮሜ ሰዎች 10:9. Gara warra Roomee.10:9.

Iyyasuus Gooftaa akka ta'ee Afaan keetiin yoo beeksifte waaqayyos warra du'an keessaa akka isa kaase laphee keetti yoo Amante ni fayyita.

04/06/2026

«የሰውን ደም የሚያፈስ ሁሉ ደሙ ይፈስሳል፤ ሰውን በእግዚአብሔር መልክ ፈጥሮታልና» ኦሪት ዘፍጥረት 9፥ 6

04/06/2026

kan du'e isa du'e utuu hin taane isa Ajjeesudha!

04/06/2026

IBSA GADDAA

Waa'ee Keetif Yeroo Hunda Duuna, Akka Hoolota qalamaniis Taane. Far 43:22

እሰመ በእንትአከ ይቀትሉነ ኩሎ አሚረ::
ወኮነ ከመ አባግዕ ዘይጠብሑ መዝ 43:22

"ስለ አንተ ሁልጊዜም ተገድለናል እንደሚታረዱም በጎች ሆነናል። መዝ 43:22

IBSA GADDAA
Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii Fi Naannoo Sumaalee Jijjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii

Caamsaa 23 Bara 2018 irraa eegalee Biyya Lallaba Arsii Aanaa Asakoo, Aanaa Shirkaa fi Aanaa Honqooloo Waabetti Kiristaanonni 13 yoo Ajjeefaman Manni Kiristaanaa Qulqulluu Gabri'eelii Aanaa Asakoo Ganda Xalataa Caffaa Umurii Dheeraa Waggaa 101 lakkoofsise Guutumatti Gubate.

Mana Kiristaanaa Fayyisaa Addunyaa Kaarraa Kufiteenaa irrattis Saamichi kan taasifame yommuu ta'u Amantoonni Taabota qabatanii baqataniiru. Manni Jireenyaa fi qabeenyi Kiristaanotaas gubateera.

Namoonni Ajjeefamanis
1. Obbo Dammiroo Abarraa Umuriin 70
2. Kaffaalanyi Likkeelawu Umuriin 56
3. Hayiluu Nugusee Umuriin 70
4. Isheetuu Daammanaa Umuriin 42
5. Ababaayyoo Daanyee Umuriin 42
6. Sammuu Abbaayinee Umuriin 70
7. Milishaa 1
8. Obbo Amaraa Balaayinee Umuriin 80
9. Taree Dassee Umuriin 25 kan

10. Obbo Nugusuu Maandafroo Aanaa Honqooloo Waabee
11. Obbo Baqqalaa H/Mikaa'eel Aanaa Honqooloo Waabee
12. Gannanaa Xilaahun Aanaa Shirkaa
13. Murteessaa Xilaahun Aanaa Shirkaa


ta'an yoo ta'u walumaa galatti Namoonni 13 ajjeefamaniiru. Aanaa Asakootti Namoonni 280 ol immoo qa'ee isaanirraa buqqaafamanii baqataniiru.

Sababa rakkoo nageenyaa hamaa kanaafis Uummanni bakka itti dhalatee guddate, Dhalchee ijoollee fi maatii horate qe'ee godhatee qabeenya horaterraa dirqamaan buqqaafamaa jiraachuun ibsamaa jira. Rakkoon ajjeechaa fi buqqaafamuu kunis kan irra gahaa jiru sababa Amantaa fi eenyummaa isaanitiif qofadha. Kanaanis Waajjirri Biyya Lallaba Arsii Gadda Guddaa nutti dhagahame ibsachaa kanneen Boqataniif Lubbuu isaanii Waaqayyoon nuuf haa maaru, Mootummaa isaatti nuuf haa yaadatu, kanneen Gaddanis Gadda isaanirraa Waaqayyoon nuuf haa jajjabeessu.

Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii Fi Naannoo Sumaalee Jijjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii

© Arsi Diocese Public Relations Department
© Biyya Lallaba Arsiitti Kutaa Sab-Qunnamtii
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ህዝብ ግንኙነት ክፍል

© የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii ...✍️

👉 Liinkii Gadii Kana Hordofuudhan Gara Chaanaaliiwwan Miidiyaa Keenyatti Dabalamaa
👉 ከታች ያሉትን ሊንክ በመጫን ወደ ቻናሎቻችን ተቀላቀሉ

👉 FACEBOOK👇👇👇👇👇ፌስቡክ
https://www.facebook.com/share/1bp49TDKhZ/

👉 TIKTOK👇👇👇👇👇ቲክቶት
tiktok.com/.ku.la.arsii

WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X

Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==

Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21

Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk

Telegram Cominicate


IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii

 #አርሲ !የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii የኢትዮጵያ የሃይማኖት ተቋማት ጉባኤ በአርሲ ዞን በአሰኮ፣ በሽርካ፣ በሆቆሎ፣ በዋቤ እና በሙኔሳ ወረዳዎች...
04/06/2026

#አርሲ
!

የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii

የኢትዮጵያ የሃይማኖት ተቋማት ጉባኤ በአርሲ ዞን በአሰኮ፣ በሽርካ፣ በሆቆሎ፣ በዋቤ እና በሙኔሳ ወረዳዎች የተከሰተውን የንጹሃን ግድያና የአብያተ ክርስቲያናት ቃጠሎ በጽኑ ያወግዛል፡፡

የኢትዮጵያ የሃይማኖት ተቋማት ጉባኤ አመራሮች የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተ ክርስቲያን በአርሲ ዞን (በአሰኮ፣ በሽርካ፣ በሆንቆሎ፣ በዋቤ እና በሙኔሳ ወረዳዎች) በቤተ ክርስቲያኒቱ አገልጋዬች እና ምዕመናን ላይ አሰቃቂ ግድያ መፈጸሙን እና አብያተ ክርስቲያናትን የማውደም ተግባር መካሄዱን በመጥቀስ ያወጣችውን የሀዘን መግለጫ የተመለከትነው በታላቅ ልብ ስብራት እና ጥልቅ ሀዘን ነው፡፡

ከዚህም በመነሳት ለኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተ ክርስቲያን የሃይማኖት አባቶች፣ ካህናት እና ምዕምናን ከሁሉም በላይ ጉዳት ለደረሰባቸው ቤተሰቦች፣ ዘመዶች፣ ወዳጆች እና የአካባቢው ነዋሪዎች ፈጣሪ መጽናናቱን እና ጽናቱን እንዲሰጣችሁ የኢትዮጵያ የሃይማኖት ተቋማት ጉባኤ ከልብ ይመኛል፡፡

ቀደም ሲል አሁን ችግር በተከሰተባቸው አካባቢዎች ተመሳሳይ ጥቃት እንዳይፈጸም መንግሥት ለንጹሃን ዜጎቻችን አስተማማኝ ጥበቃና ከለላ እንዲያደርግ ጉባኤችን መጠየቁ የሚታወስ ነው፡፡ ሆኖም ችግሩ ሳይቀረፍ ተጨማሪ ጉዳትና ስቃይ በነዚሁ ቦታዎች በድጋሜ መከሰቱ ሀዘናችንን እጥፍ ድርብ አድርጎታል፡፡

ይህ በንጹሃን ዜጎቻችን ላይ የሚፈጸመው ግድያ እና ስቃይ ከፈጣሪ እይታና ፍርድ የተሰወረ ባይሆንም መንግሥት የዜጎችን ሰላምና ደህንነት የማረጋገጥ ተቀዳሚ ኃላፊነቱን አሁንም እንዲወጣ እየጠየቅን በተለይም በአሁኑ ወቅት ከቤት ንብረታቸው ለተፈናቀሉ ዜጎች እንዲሁም በአካባቢው ለሚኖሩ የጥቃት ስጋት ላለባቸው ወገኖቻችን አስተማማኝ ጥበቃ እንዲያደርግ የአደራ ጥሪያችንን በድጋሜ እናቀርባልን፡፡

በተያያዘም ይህን አሰቃቂ ወንጀል የፈጸሙትን አካላት መንግሥት በአፋጣኝ ተከታትሎ ለፍርድ እንዲያቀርብና ሂደቱንም ለሕዝብ እንዲያሳውቅ ጥያቄ እናቀርባለን፡፡

አባል የሃይማኖት ተቋማት ይህን አሰቃቂ ወንጀል እና አጸያፊ ሀጢያት በአንድነት እንዲያወግዙ መልዕክት እናስተላልፋለን፡፡

እንዲሁም የአካባቢው ማህበረሰቦች ይህ ክፉ ቀን የሚያልፍ መሆኑን አወቃችሁ በአንድነት፣ በመተባበር እና በመተጋገዝ ተጨማሪ ጉዳት እንዳይከሰት የአቅማችሁን ያክል ትብብር እና ድጋፍ ታደርጉ ዘንድ በታላቅ አክብሮት የአደራ ጥሪ እናቀርባለን፡፡

ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ሕዝቦችዋን ይጠብቅ ይባርክ
የኢትዮጵያ የሃይማኖት ተቋማት ጉባኤ

Iyyasuus Bakka nuti bara baraan jiraannu nuuf qopheessuudhaaf ol baheera.   Yoh.14:2Akkasumas kan nujajjabeessu Afuura q...
21/05/2026

Iyyasuus Bakka nuti bara baraan jiraannu nuuf qopheessuudhaaf ol baheera.
Yoh.14:2

Akkasumas kan nujajjabeessu Afuura qulqulluu nuuf Eerguudhaaf ol baheera.
Yoh.16.6

Baga yaadannoo ol bahuu gooftaa keenya Iyyesuus kiristoos nagaadhaan geessan.

😭Cubbuu hin hojjenne jettee Akka hin Falmanneef Fuulaaf fuulatti qabamtee Ragooliin dhugaa irratti bahan dhiyaataniiru.😭...
20/05/2026

😭Cubbuu hin hojjenne jettee Akka hin Falmanneef Fuulaaf fuulatti qabamtee Ragooliin dhugaa irratti bahan dhiyaataniiru.

😭Balleessaa Ishee Amantee dhiifama Akka hin kadhanneef immoo
Warri ishee kasasan Seericha caqasani dhagadhaan rukutamtee Akka isheen duutu itti murteessanii du'a ishee Ariifachiisaniru.

😭dhagaa tuulamee fuuldura ishee jiru lakkoofsa ilaalteen miirri du'aa keessa isheetti dhagahamee nii dhiphatti nii boossi.

😭Isheefii du'a ishee giddu taakkuun tokko qofti Akka hafee yaadde lafatti gadi goombifamtee utuu boossuu ''Isin Keessaa namni cubbuu hin qabne jalqaba dhagaadhaan haa rukutu''sagalee jedhu dhageesse.

😭Ergamaan du'a Amma dhufee lubbuuko fuudhataa laata jettee bakka itti gombifamtee turtee ol jettee bitaaf mirga ishee yeroo ilaaltu Iyyesuus malee namni tokkoyyu ishee bira hin jiru.

😭Hundumtuu dhagaa Lafa kakaa'ee deemeera.

😭Inni immoo maal naan jedha Laata jettee ija sodaatiin gara gooftaa yeroo isheen ilaaltu gooftaan''Anis sittin faradu nagaadhaan dhaqi lammaffa deebitee cubbuu hin hojjetin isheedhaan jedhe.
Wangeela Yohaannis 8:11

👉Ilmi namaa isa bade barbaachuufi fayyisuudhaaf dhufeerawo.
Luq.19:18

👉Cubbamoota Fayyisuudhaaf kiristoos Iyyesuus gara biyya lafaa dhufe jechi jedhu Amanamaafi Hundumtu kan fudhachuu qabuudha.
1Xim 1:15

Cubbamoota taanee utuu jirruu kan jaallatee nufayyise waaqayyoof Galanni haa ta'u.

Ameen.

➩✥Abba Haile Michael➩✥

18/05/2026

Lallaba Afaan Oromoo

Tarii  hanga inni dheedhiin bilchaatututti inni bilchaatee yoo Eege inni bilchaate jiru tortoruu danda'aa 🤔🤔🤔አንድ ላይ እንበስ...
18/05/2026

Tarii hanga inni dheedhiin bilchaatututti inni bilchaatee yoo Eege inni bilchaate jiru tortoruu danda'aa 🤔🤔🤔

አንድ ላይ እንበስላለን እንል ይሆናል ግንኮ ያልበሰለው እስኪበስል የበሰለው ከመብሰል አልፎ ልበሰብስ ይችላልኮ 🤔🤔🤔

Address

Kolfe Keraniyo
Nefas Silk
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abba Haile Michael posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share