Oromummaan Hunda Dursa Itoophiyaan Falaasama Moototati Oromummaa Keef Dursi

  • Home
  • Ethiopia
  • Nek'emte
  • Oromummaan Hunda Dursa Itoophiyaan Falaasama Moototati Oromummaa Keef Dursi

Oromummaan Hunda Dursa Itoophiyaan Falaasama Moototati Oromummaa Keef Dursi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromummaan Hunda Dursa Itoophiyaan Falaasama Moototati Oromummaa Keef Dursi, College & University, DINII OROMOO XOOPHIYAA HAA DIGAMTUU, BIYYIIOROMOO OROMIYYAA HAA LALISTUU, Nek'emte.

06/10/2023
WBOn Baha Shaggar injifannoo Guddaa Galmeesse!Oduu injifannoo WBO duula imala gara finfinnee giddu galeessa Oromiyaatti ...
02/12/2021

WBOn Baha Shaggar injifannoo Guddaa Galmeesse!
Oduu injifannoo WBO duula imala gara finfinnee giddu galeessa Oromiyaatti waraanni bilisummaa Oromoo baha shagar, Ona Boosotti fi Fantaalle kan Magaala Adaamaa irraa Km 18 hanga 60 irratti argamu keessatti lola walitti fufinsaan sadaasa, 28 _ 30 bara 2021 gaggeesseen loltuu diina 110 ajjeesee 84 madeessuun, 4 harkaan qabee, qawwee PKM 2, AKM 21 fi meeshaalee waraana adda adda irraa booji'uun konkolaata patiroolii 5 daraa godhe.
Irree fi gaachanni Uummata Oromoo WBO'n gidduu galeessa Oromiyaa, baha Shawaa aanaa boosotti, ganda Rukeecha boqoree, bakka addaa bakka kaara torbaa jedhamutti tarkaanfii waraana garboofataa irratti sadaasa 28, 2021 fudhateen loltuu pp 20 ol ajjeesee 8 ol madoon yoo adabu, Sadaasa 29, 2021 ammoo WBOn aanaa Boosotti ganda siifa Banittee jedhamutti waraana gabroofataa kallatti adda addaan itti bobba'ee lola guyyaa guutuu taasiiseen loltuu pp 30 ol ajjeesee, 30 ol madoo tasiisee reeffa fi madoo guyyaa lamaa guurrattetti.

Gootichii WBOn baha Shagari aanaa fantaallee keessa soso'us gaafa sadaasa 30, 2021 aanaa fantaallee ganda Haroo qarsaa bakka addaa hadhotti jedhamutti waraana gabroofataa petrol afuriin (4) deemuun lola haxxeen daraa godhee, yeromaa wal fakkataatti bakka addaa haroo diimtuu jedhamutti haxxee duraa bahuuf yaalerratti tarkaanfii fudhateen sadii ajjeesse, 4 harkaan qabee jira.
Yeromu wal fakkataatti haxxee waraana pp magaalaa Matahaara petrol 2 reebuu baate bakka addaa funyaan boolla jedhamtutti haxxeen daraa taasise jira. Walumaa galatti lola kanaan loltuu gabroofataa 60 ol ajjeesee loltuu gabroofataa 36 madeessee Loltuu 4 harkaan qaqabee, konkolaata 5 dareessuun qawwee PKM 2, AKM 21 fi mi'oota waraana garagaraa irraa booj'ee jira. Walumaagalatti lola guyyaa 3 keessatti loltuu pp 200 ol hojiin ala taasiisuun injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Injifannoo Uummata Oromoof!'''

Jajjabee Duratti!

Dhugaadha!Naamusi WBO Ogummaan WBODandeettiin WBO Ilaalchi WBOObsi WBOAbdiin WBO Murannoon WBOCichoominni WBO Haalaan Na...
01/12/2021

Dhugaadha!
Naamusi WBO
Ogummaan WBO
Dandeettiin WBO
Ilaalchi WBO
Obsi WBO
Abdiin WBO
Murannoon WBO
Cichoominni WBO
Haalaan Nagammachiisa!
Barabaraan Jiraadhu WBOkoo!

 !!Wallaggatti Otoo eegani Walakaatti itti Marsee!
01/12/2021

!!
Wallaggatti Otoo eegani Walakaatti itti Marsee!

Oromoon kan isaaf ta,u hayyuu fi goota isaa dursee jechaa fi gochaadhan beekee filateera na jaaladhun jaalala hintaatu!T...
30/11/2021

Oromoon kan isaaf ta,u hayyuu fi goota isaa dursee jechaa fi gochaadhan beekee filateera na jaaladhun jaalala hintaatu!
Taankii fi baankidhaan, fakkeessuu fi fakkaachuudhaan jaalalli Oromummaa hinbitamu, hingurguramu, hin ergisamu. Nuti Oromoodha. Bakka foolin Oromummaa jiru, bakka hayyoonnii fi gootonni keenya jiran gammachuuf miti, hidhamuu fi du,uufiyyuu ni dhaqna. Cidha gantuu fi ergamtuu garuu nu waamanuu, nuuf kaffalanuu hindhaqnu! Gaafa itoophiyummaa sobaa check baankitiin nu waamanis didnee irraa hafne, gaafa Oromummaa dhugaa rasaasaa fi taankidhaan nu doorsisanis irraa hin hafne! Hin shakkinaa Daangaa Oromiyaa mara sararee kan dhuunfatu ilmaan dhiiraati.Walabummaan kuunnoo jedhaa turee amma kunoo taheera

WBOn Haa waaru!!!

Jajjabee Duratti

Bilisummaan Oromoo WBO dhaan Xumurama! Urjiwwaan Bilisummaa!
29/11/2021

Bilisummaan Oromoo WBO dhaan Xumurama! Urjiwwaan Bilisummaa!

29/11/2021

Oromiyaa bilisoomsuf WBOn muratee kahee jira. Akkasuma injifannoo guddaa galmeessa jira. Yeroo dhihotti mirgaan galuun keenya dhihaate jira.

Jajjabee Duratti!

Injifannnoo jajjabee!Karaan ittiin if kabachiifnu hidhanno qofa!! Akka nama waa gochuu hindandeenyee teenyee garbummaan ...
28/11/2021

Injifannnoo jajjabee!
Karaan ittiin if kabachiifnu hidhanno qofa!! Akka nama waa gochuu hindandeenyee teenyee garbummaan hin maraannu.

Oromoon wbo kee jabeessi

Jajjabee Duratti!

Hortee gootota kaleeWarra irbuu hin sharafneWarra dhugaadhaaf duuleeDantaaf bakka hin laanneIlmaan laggasaa wagii Warra ...
28/11/2021

Hortee gootota kalee
Warra irbuu hin sharafne
Warra dhugaadhaaf duulee
Dantaaf bakka hin laanne

Ilmaan laggasaa wagii
Warra onneen burruusaa
Warra qomoodhaaf jedhee
Of wareegu lubbuusaa

Dhaloota waanjoo didee
Fincilee qawwee kaasee
Warra sammuun qaroomee
Garbummaa jibbee balfe

Dhaloota Baaroo Tumsaa
Ilmaan Magarsaa Barii
Warraa lolee lolchisee
Garboomsaaf ta'e summii

Hortee Oliqaa Dingiil
Gootota baddaa Sayyoo
Sintu Lubbuudhaan darbee
Nuuf saaqe xurree Qabsoo

Leenca walaliin qixxee
Warra lolee Gumaa Baasu
Hortee Dirribee jifaar
Warra yartuu dhamaasu

Qomoo koo sanyii Taaddee
Warra baddaa salaalee
Warra Biyyaaf jiraatee
Dhiiga isaan daangaa tikse

!

Jaalatamoo fi kabajamoo ilmaan oromoo!, jaallaan Amma Ar,a dhugaaf dhaabattani dirree qabsoo irraatti argamtan akkam jir...
28/11/2021

Jaalatamoo fi kabajamoo ilmaan oromoo!, jaallaan Amma Ar,a dhugaaf dhaabattani dirree qabsoo irraatti argamtan akkam jirtu? Hayyeen Baga jiraattan! Dhugaaf kan dhaabbatu kufee hin kufuu kan haqasaaf falmatuu!

Ugguraa fb koo irraatti godhameen turtii guyyaa Soddomaan Booda dhufeen jira! Maarree WBO faarsuurra Tokkoyyuu Duuba nun deebisu!
WBOn Duratti Diinni Keenya Bodatti!

Hayyee barruu Facebook koo Oromummaan Hunda Dursa Like Share Follow gochuum Waliif Qooda.

Address

DINII OROMOO XOOPHIYAA HAA DIGAMTUU, BIYYIIOROMOO OROMIYYAA HAA LALISTUU
Nek'emte
GALATOOMAA!!! GALATOOMAA!!! GALATOOMAA!!! GALATOOMAA!!!"" IFA NUU BAASUF JECHA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromummaan Hunda Dursa Itoophiyaan Falaasama Moototati Oromummaa Keef Dursi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share