Tchr Kemal Aliyi

  • Home
  • Tchr Kemal Aliyi

Tchr Kemal Aliyi my hope is allah

29/01/2025

Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
2. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
3. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
4. Daldala hamilee malee (business without morality)
5. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
6. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)
7. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
8. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
9. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)
10. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability)
*

29/01/2025

‼️

👉Ameerikaatti koorniyaa lama, dhiiraafi dubartii qofatu beekamtii argata

👉Lammiileen seeraan ala biyyattii keessa jiraatan dirqamaan gara biyya dhufaniitti deebi'uu

👉Boba'aan Ameerikaa ba'ee hojiirra oola

👉Bo'oon Paanaamaa Ameeriikaaf deebi'a

👉Qaala'iinsii gatiifi gatiin gibiraan ni hiri'ata

👉Konkolaataan elektirikii Ameerikaatti hojjetamee tajaajila geejibaaf oola

👉Ameerikaan lammiisheef malee akka kana duraa biyya biraa deemtee qabeenyashee hinmancaastu.
👉Seeraan alummaan magaalota Ameerikaa keessaa ni dhidhima.

👉Weerarri lafa daangaa Meksikoo loltoota Ameerikaan yeroo gabaabaa keessatti furama.
👉Guddummaafi kabajni waaqaa Ameerikaatti

29/01/2025

Yeroo rakkinaatti pirezidaantin qilleensarra Air Force One keessa taa'ee biyyattii bulchuu danda'a
Pirezidaantin US yeroo rakkinaa ykn balaan biyyaalessaa mudatetti xayyaara Air Force One keessa taa'un qilleensarraa ajaja kennaa biyyattii gaggeessuu danda'a.
Yeroo rakkoo cimaan biyyattii mudatu, nageenyi pirezidaantichaafi maatiisaa yaaddoo keessa jira jedhamee yoo yaadame, Air Force One kaasun pirezidaanticha yeroof qilleensa keessa akka turu ykn bakka mijataa biraa akka deemu godhama.
Xayyaarri kun qilleensarratti boba'aa kan guuttatu ta'uunsaa osoo hin qubatin fageenya dheeraa akka imalu taasisa.
Gama biraan ammoo wantoonni biiroo pirezidaantii Waayit Haawus keessa jiran hundi xayyaara Air Force One kessa jiru waan ta'eef, pirezidaantichi qilleensarra osoo jiruu biyyattiitti ajaja waraanas ta'ee murteewwan siyaasaa biroo dabarsuu ni danda'a.
Kanumaaf jecha, Air Force One Waayit Haawus Balali'u jedhamee waamama.
Gama biraan ammoo Wiirtuu Ajajaa (Command Centre) jedhamuunis ni waamama.
Pirezidaantin US qilleensarra osoo jiruu ajajoota waraanafi tikaa biyyattii qunnamuun murteewwan ykn ajaja waraanaa dabarsuu danda'a.
Guyyaa itti pirezidaantin xayyaara Air Force One keessatti sirna kakuu raawwate
Yeroonsaa bara 1963 yoo ta'u, pirezidaantin ajjeefame Kenediin xayyaara Air Force One fayyadamuun Jarman, Barlin deemee erga deebi'ee booda duula filannoo gaggeessaa osoo jiruu Teeksas Daalasitti ajjeefame.
Reeffi Joon F Kenedii Daalas keessaa baafamee gara iddoo itti awwaalamuu geeffamuuf Air Force One keessa seensifame.
Yeroo pirezidaantin biyyattii lubbuun hin jirretti ykn haala biyya bulchuu hin daneenye keessa jirutti, pirezidaantii ta'uun biyyattii kan gaggeessu ittaanaa pirezidaantiiti.
Pirezidaant Joon F Keneediin waan ajjeefameef, battalatti namni bakkasaa bu'uu qabu yeroo sana ittaanaasaa kan ture Lindan B Joonsan ture.
Osoo reeffi Keneedii xayyaara Air Force Onedhaan hin ka'in dura Lindan Joonsan achuma xayyaaricha keessatti kakuu akka seenu godhame.
Xayyaarri Ai

19/05/2022

wanti hunduu guyyaa eeggatti malee ni taati!!!

17/05/2022

Address

Sheshamane

12864010

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tchr Kemal Aliyi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Tchr Kemal Aliyi:

  • Want your university to be the top-listed University?

Share