Dear, BONA have

  • Home
  • Dear, BONA have

Dear, BONA   have Bonaa

24/07/2023

Today's Best Photo 🇵🇸

24/07/2023
02/07/2023

Namni si ajjeese sun yeroo hundaa nama mo'amaa dha. Garuu ati yoomiyyuu Onnee saba keetii keessa jiraatta. Yoo duutellee maqaan kee qofti nama si ajjeese sana dachaa 1000 caala. Lubbuu keef Boqonnaa nagaa hawwina, Yoomiyyuu onnee keenya irraa si jaalanna💔

Haacaaluu warri dinqisiifattan jechoota inni dubbate ykn ittiin sirbe comment jala nuuf kaa'aa. 💔

24/07/2022

✅Kiristiyaanoo Roonaaldoon sababa Inaafummaaf Maanchister Yuunaayitid Gadhiisuu barbaade.

✅1ffaa. Maanchister Yuunaayitid bara dhufu UCL hin hirmaatu. Kanaaf Immoo Liyooneel Meesiin Riikardii Roonaaldoon goolii dhaan UCL keessatti galmeessee qabu jalaa cabsuu mala. Kanaaf Roonaaldoon riikarsii isaa kabachiisuu barbaada.

✅2ffaa Taphattoota ammatti Yuunaayitid keessa jiran waliin waancaa gurguddaa injifachuun ni ulfaata jedhee waan yaadeef. Keessattuu Maanchister Yuunaayitid jijjiirraa taphattootaa irratti haala barbaadamuun hojjachaa waan hin jirreef Roonaaldoon sababa 2ffaa taasifateera.

✅Roonaaldoon kilaboota akka PSG, Baayermunik ykn Cheelsii galuu barbaada ture. Kilaboonni kunneen isa mallatteessifachuuf karoora hin qaban. Kanaaf immoo Atileetikoo Madridiif mindaa isaa %30 hir'isee mallatteessuufii barbaada.

✅Maanchister Yuunaayitid jijjiirraa Antooniyoo fi Diiyoongi hamma yoonaatti waan xummuran hin qaban. Kunneen Roonaaldoon akka kilabicha gadhiisu isa kakaasaa jiru.

JUMMAA MUBAARAK
03/06/2022

JUMMAA MUBAARAK

BUREE KAAPAS   # bonaa
18/05/2022

BUREE KAAPAS # bonaa

Address


Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251923098083

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dear, BONA have posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your university to be the top-listed University?

Share