Qashtii intaala oromoo

Qashtii intaala oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qashtii intaala oromoo, College & University, Oro, Tulu Dimtu.

Permanently closed.
09/09/2022

Nagaaya Fi Rahmaanii Ergamaa Rabbii Nabii Muhammad irraa Haa jiraatuu

koof harawa taanan Obsittii Oro like godha Jzk

04/09/2022

hunda Tajaajili
Keyri sii hin Darbinni Itti
Fayyadami Tajaajiili keyri kunis kuno Kan .Nabi Mahammad
irraatti Salawaata Buufna jedhu
Sallallaahu Aleeyhi wasallam Salawaata .Bufadhu Birra Darbi Yeroo Takka Jadhi mee Nabi ♥ irraatti Salawaata Buusi

👇
Page kotiIf harra tanan = OObsittii OroOObsittii Oro️ like godhuun dagaatina Jzk

03/09/2022

Sitti himuu hin barbaaddu Ati ka online gubbaa jirtu kun sakoondii 5 sitti hin fudhatu ture dhaabbadhuutii mee yeroo takka jedhi maaliif jennaan Ergamaa rabii nabi muhammadiitu akkana jedhe namni akkaan jannata keessatti natti dhihaatu nama yeroo maqaan kiyya dubatame sallallaahu aleyhi wasallam jedhe nageyaafi rahmata narratti buusu jedhan
Ergamaa rabbii S A W

Page koo. == Obsittii Oro ❤️ like godhuun dagaatina Hadaraa jzk

02/09/2022

•Waa Afur Duursii Hubadhuu

1ffaa: Jireenya Booda Akka Duuti Jirtuu
2ffaa : Qabeenya Booda Dhabdi Akka Jirtuu
3ffaa: Dargaggummaa Booda Akka Dullumti Jirtuu
4ffaa: Gabrummaa Booda Bilisummaan Akka Jirtuu.
•Waa Afur Hin Ta'in.
1ffaa: Hin Jarjarin Dura Duutaa
2ffaa: Hin Boonin Hiree Dhabdaa
3ffaa: Hin Aarin Daftee Dulloomtaa
4ffaa: Hin Kijibin Daftee ni Jibbamtaa
•Waa Afur Sirritti Kunuunfadhuu
1ffaa: Biyyakee
2ffaa: Haadha Kee
3ffaa: Amantaa Kee
4ffaa: Jaalallee Kee
•Waa Afur Hir'isii
1ffaa: Hirriiba
2ffaa: Nyaata
3ffaa: Hifatuu fii
4ffaa: Dubbii.
•Jiruu Gaarii Jiraachuuf Waa Afur Sibarbaachisaa.
1ffaa: Jaartii Gaarii
2ffaa: Yaabbii Gaarii
3ffaa: Ollaa Gaarii
4ffaa: Mana Gaarii
👉Jecha Rassuulaah (SAW)
(Kan Qabduu Galata Rabbii Hin Dagatin)
(Khan Hin Qabnee Rabbi Nuuf Haa Kennu)

Aammiin Jettu Malee Bira Hin Kutin
godhii
page kenyaaf haraa tanan== OObsittii OroOObsittii Oro❤️ like godha by

Waliif Qoodaa Keeyrii Facaafadhuu

JZK......

Address

Oro
Tulu Dimtu
ISINJAALADHA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qashtii intaala oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share