G/Qulqulluu Giyoorgisii Giidaamii Maariyaam

G/Qulqulluu Giyoorgisii Giidaamii Maariyaam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from G/Qulqulluu Giyoorgisii Giidaamii Maariyaam, College & University, Gidami, Welega.

28/12/2025

Guyyaa jaallattamaa kana baga geessan Ergamaa Gammachuu Gabri'el 19🧡

ayyaana haadha keenya durbee Maariyaam.🥰haadha fayyiisa addunyaan kan sadaasa 21n baga ittin isiin ga'ee.
30/11/2025

ayyaana haadha keenya durbee Maariyaam.🥰haadha fayyiisa addunyaan kan sadaasa 21n baga ittin isiin ga'ee.

Galanni Waaqayyoof ha ta'u  media follow Karaa miidiyaa kana barumsaawwan afuura hedduu argaachu dandeessu.Wal haa jabee...
29/11/2025

Galanni Waaqayyoof ha ta'u

media follow

Karaa miidiyaa kana barumsaawwan afuura hedduu argaachu dandeessu.Wal haa jabeessinu.

Ergaman Waaqayyoo naannoo warra Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, inni isaan ni oolchas [የእግዚአብሔር መልአክ በሚፈሩት ሰዎች ዙሪያ ይሰፍ...
20/11/2025

Ergaman Waaqayyoo naannoo warra Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, inni isaan ni oolchas [የእግዚአብሔር መልአክ በሚፈሩት ሰዎች ዙሪያ ይሰፍራል ያድናቸውልማ]
Faar 33(34):7

Hiikan jecha 'eel jedhu "Kan akka Waaqayyoo eenyu " jechuudha
Sadaasa 12 Ergamaa Qulqulluu Mikaa'eel kan kabajamuu wanta sadiif

Guyyaa hangafaa ta'ee muudameedha.
Kunis ayyaana isaa isa jalqabaati.
Guyyaa kana Waaqayyo samii hundumaa irratti ol'aanaa hangafaa godhee isa muudeerati.

Mul Yoh 12:7 «Samii irrattis lolatu ta'e, Mikaa'eel fi ergamoonni Jawwicha ni Waraa nan, jawwichis Ergamoota isaa waliin ni lole isaafis hin danda'aamne»

Guyyaa iyyasuu itti Gargareedha.
Iyasuu 5:14 "Ani amma hangafa loltuu Waaqayyoo ta'een dhufe" (ዐይኑን አንሥቶ ተመለከተ፤ እነሆም የተመዘዘ ሰይፍ የያዘ ሰው በፊቱ ቆመ፤ ኢያሱም ወደ እርሱ ቀርቦ፤ “ ከእኛ ወገን ወይስ ከጠላቶቻችን ወገን ነህ? አለው፡፡ እርሱም “ ሠራዊት አለቃ ሆኜ አሁንም ወደ #አንተ መጥቼአለሁ›› ይለናል፡፡ (ኢያ.፭፥፲፫))
Ergamaa Qulqulluu Mikaaeel Iyyaasuu gargaaruf yeroo dhufuu jecha ittii dubbatedha .
Kanaf Ergamaa Qulqulluu Mikaa'eel nama gargaaruf Kan ergamudha

.Guyyaa Ummaata Isra'eel gargaareedha.

Seera Ba'u. 13:21-22 " akka isaan halkanii fi guyyaa adeemuu danda'aniif, guyyaa utubaa duumessaatiin isaan dura adeemee karaa isaanitti argisiise, halkan immoo utubaa ibiddaatiin isaaniif ibse; akkasitti isaan ni geggeesse.

Guyyaa utubaan duumessaa, halkan immoo utubaan ibiddaa fuula jaraa duraa hin dhabamne ture.
Ummaata isra'eelis Kan dursee garbummaa Jala baase Qulqulluu ErgamaaMikaa'eel dha.

Seera Bahu 23:20_23 " Kunoo, ani karaa irratti akka si eeguuf, iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf ergamaa si dura nan erga.

Atis of eeggadhu, dubbii isaa dhaggeeffadhu. Maqaan koo isa keessa waan jiruuf, inni irra-daddarbaa kee siif hin dhiisu, ati isaan mormitee irratti hin ka'in.

isaa ba'eessa gootee yoo dhaggeeffatte, waan ani sitti dubbadhu hundumaas yoo goote, ani diina keetti diina nan ta'a, warra siin mormaniinis nan morma.
Ergamaan koo si dura in deema.🥰

baga geessan .🥰

06/11/2025

baga ayyaana yaadannoo Fayyiisa addunyaa geessan 🥰
27❤️

ergaama gammachuu Gabrii'el🙏  19❤️
28/10/2025

ergaama gammachuu Gabrii'el🙏
19❤️

guyyaa gaarii qabaadha Eegumsii Wareegamaa Giyoorgisii nu wajjiin ha ta'u🤲
03/10/2025

guyyaa gaarii qabaadha Eegumsii Wareegamaa Giyoorgisii nu wajjiin ha ta'u🤲

01/10/2025

ORTOODOKSIIN warra haadha jaallate,kabaje Ilmatti Amanuudha🙏

Fannoon Isa humna keenya🥰baga yaadannoo ayyaana Fannoon Iyyeesus kiristoos nagaan geessan ayyaana gaarii🥰
26/09/2025

Fannoon Isa humna keenya🥰

baga yaadannoo ayyaana Fannoon Iyyeesus kiristoos nagaan geessan ayyaana gaarii🥰

20/09/2025

ORTOODOKSIIN UUMAATTI AMANTI MALEE UUMAMATTI IN AMANTU 🫵🤝

GUYYAA BAREEDA QABAADHA 🥰

14/09/2025

Ortoodoksii kan taane filaatamneeti
Male filaanne miti🙏

Dilbata qulqulluu qabaadha🥰

Address

Gidami
Welega

Telephone

+251903277881

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when G/Qulqulluu Giyoorgisii Giidaamii Maariyaam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share