Kenasa Dereje Wedajo

Kenasa Dereje Wedajo Haramaya University
Department of Mathematics!

11/02/2026

Siminnaa Ajaa'ibaa barattoota keenya Yuunivarsiitii Jimmaatti Waancaa hedduu fi meedaaliyaa hedduu argataniif taasifame!

"Waaqayyo Garuu Saba isaa hinbuusu, Karra dhuunfaa isaa orma hin dhaalchisu!"Addisuu Waayimaa
14/07/2025

"Waaqayyo Garuu Saba isaa hinbuusu,
Karra dhuunfaa isaa orma hin dhaalchisu!"
Addisuu Waayimaa

17/04/2024



13/03/2024
Koloneel Dabalaa Dhinsaa: Namni Hayilasillaasee angorraa buuseefi 'Qayyi Shibbirii' dhaabsise eenyu?Koloneel Dabalaa Dhi...
20/02/2024

Koloneel Dabalaa Dhinsaa: Namni Hayilasillaasee angorraa buuseefi 'Qayyi Shibbirii' dhaabsise eenyu?
Koloneel Dabalaa Dhinsaan abbaasaa Obbo Dhinsaa Wageenaafi haadhasaa Aaddee Kitilee Ambaliitiif ilma tokkicha ta’uusaa irraa kan ka’e haalaan kunuunfamee guddate. ALI'tti bara 1933 keessa Wallagga Lixaa Gimbiitti dhalate.

Maatiin Koloneel Dabalaa hojii qonnaan ofirra hafoo waan ta’aniif bara namni barate ibsaan barbaadamu hanga kutaa 8 Gimbiitti barachuun Naqamteetti imaluun ammoo barnoota sadarkaa lammaffaa barate.

Baadiyaa Gimbii, Looyyaa Gafareedhaa ka’ee qondaala waraanaafi siyaasaa gulantaa olaanaa ta’uu danda’eera. Warra jalqaba Dargii hundeessan keessas tokko yoo ta'u, mootii Hayilasillaasee kan namni akka Waaqatti ilaalu aangorraa buusuu keessatti adda durummaan maqaansaa ka'a.

Gaafa Dargiin karaarraa maqus sirrii miti jedhee nama jalqaba Mangistuu Hayilamaariyam dura dhaabbatee akka ture himama.

20/02/2024

Ergaa Jabaa haala Yeroo irratti!

21/01/2024


13/01/2024

Bereket Tesfaye

Namoota Jajjaboo!
22/12/2023

Namoota Jajjaboo!

Yoom Garuu?
21/12/2023

Yoom Garuu?

An amazing Event!😍❤️😅
31/10/2023

An amazing Event!
😍❤️😅

Address

`Alem Maya

Telephone

+251927527619

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kenasa Dereje Wedajo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kenasa Dereje Wedajo:

Share