10/07/2024
Zamano Ousman
Mucaa ciimaan garee Spain'if taphatuu kan yeroo ammaa kubbaa miilaatiin addunyaa qubtakkattii dhaaba jiruu kunii obbolessa kiyyaa kanaan lakkuu nuf dhalatee turee gafuma dhalatuu mucaan gadii hin ta'u achuman gara biyyaa Spain ittii nujalaa badee sifii Hamza Ibrahim tokko nama achii hedduu beeytaan ja'anitii nuuf barbada Maloo gatii dadhabii keessanii nii kafallatii maatii isaa kaha dhugaa irraa ergaa dhaamannee isinittii 😞😞😞