Feessee Tube

Feessee Tube Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Feessee Tube, College & University, Dirre Dawa, Adama.

فإن كثرة الصلاة على النبي 👉سبب لكفاية الهم ومغفرة الذنب✅🥀Yaaddoo fi dhiifama cubbuu gahaa ta’uuf sababa😢😘By   Diinaa Haa...
29/04/2025

فإن كثرة الصلاة على النبي 👉سبب لكفاية الهم ومغفرة الذنب✅🥀

Yaaddoo fi dhiifama cubbuu gahaa ta’uuf sababa😢😘

By Diinaa Haamid

Sagantaa qubsiisa majliisaa-tiif G/H/Lixaa A/Ciroo Ar/Gilleey jirra.Sagantaan haala bareedaan eegalteeti jirti.Xumura is...
08/12/2024

Sagantaa qubsiisa majliisaa-tiif G/H/Lixaa A/Ciroo Ar/Gilleey jirra.
Sagantaan haala bareedaan eegalteeti jirti.
Xumura isiitiis Rabbi nuuf haa bareechu!

Hospitaalli Giraandi Vaalii Eebbaaf Dhiyaataa Jira. Yoo Rabbi jedhe gaafa 21/3/2017( Gaafa Xinnaa Ganama sa'atii 3:00 ir...
26/11/2024

Hospitaalli Giraandi Vaalii Eebbaaf Dhiyaataa Jira. Yoo Rabbi jedhe gaafa 21/3/2017( Gaafa Xinnaa Ganama sa'atii 3:00 irraa Magaalaa Jimmaa Bakka Keessummoonni Gurguddaan argamanitti Ni eebbifama.
Hundumti Keessanuu Affeeramtaniittu.

Obboleessa kiyya Eng. Miftah Jibril baga milkoofte

Masha Allah Hayyicha Gameessa Beeka Namaa ""Shek Amiin Ibro""Umrii Nuuf Dheradha🥰
24/07/2024

Masha Allah Hayyicha Gameessa
Beeka Namaa ""Shek Amiin Ibro""Umrii Nuuf Dheradha🥰

05/04/2024

Mucaan suuraa isaa armaan gaditti argamtuu kun Caalaa Abdulaxiif jedhama.Godina Harargee bahaa aanaa dadar magaalaa soqaa araddaa Gogowisaa.Yomuu tahuu ammaaf kan jiraacha jiruu garuu biyya yemen magaalaa sanaa keessa.Kanaaf mucaan kun osoo imalaaf kara sudii deemaa jiruu gaaratti askariidhaan qabamee of duuba Karaa yemen deebi'aa osoo jiruu makinaan dhooytee mana haakima sirree ciisa jira.kanaaf maattii mucaas tahee nama mucaa kana beekuus hanga ammaati hin agaree waan ta'eef namni mucaa kana beeytan lakkoofsa bilbilla kanarratti nu qunamuu dandeessu.Kanaaf kan hin beeynees share godhaa dirqama oromummaa.Mucaan kun akka mallee miidhamee waan jiruuf guyyaa 15n guutuu waan takka ifiin beekuu waan taheef namni mucaa kanaa hin beeynees share godhaa maatii isaa biraan nuuf gehaa.

10/01/2023
10/01/2023

As wr wb

January 3 Guyyaa Salaasaa 2023 Jijjiirame Jira Akka Nurraan Hafne Galma Sir Ali Muslim Club share walifii godhaa

22/11/2022
17/11/2022

Online irra yoo jiraatte Ameen jedhi barreessi
gootuu malee biraa hin darbin
Rabbiin nama dhukkubsate hundaaf fayyaa haa kennu.
Amiin_🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

Sahiba Kiyya Wly Siin Jaaladha Habibi
16/11/2022

Sahiba Kiyya Wly Siin Jaaladha Habibi

Address

Dirre Dawa
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feessee Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Feessee Tube:

Share