31/07/2025
Oduu TibbanaaβΌοΈ
Ogeessi Fayyaa Nama Du'e irraa Warqii Giraama 8 baafachu fi Barsiisaan Haala Hoolaa HatuunβοΈ
Dubbii jabduu ta'uun argaa jirra.
Biyya kana keessa ogummaa bareeda Kan Qabu ogeessa fayyaati!! Lubbuu haadhoolii Du'a irraa Kan Oolchu,Dargaggeessa Abdii Biyyaa Kan baraaru,Jaarsa Biyyaa Kan Waarsisu Ogeessa fayyaati!! Ogeessi Fayyaa Kun Maalif Warqii Nama du'eetti haajameen ? Gaafiidha Osuma hateyyuu Maatiin Nama Du'ee akkamiin Nama Du'e dhiisanii battaluma sanatti Warqii Namicha bira darbanii Warqii ilaaluu danda'an?? Moo duraanuu yoom duuta jedhanii Warqii eeggachaa jiru!!! Ogeessichiis Waanuma harka isaa fudhate jedhaa dhiisaa Mee π€£π€£ isaa Mitii biyyi guutuunuu garasitti Deemuun shakkii guddaan Qaba π
Barsiisaan Haala yeroo ilaaluun Hoolaa Hatuun Raajii ta'e dhiheenya kana kuniis Waan guddaa Miti because Namni Barsiisaa Caalaa Hatuun safuu cabsuu Akka ta'e Kan beeku hin Jiru barsiisichi jaalatee Osoo hin taane Haala yerootiif Godhe Waan ta'eef π€£π€£ Hoolaan Hatame Kan Mucaa Isa Mathematics Yeroo Hunda 10/50 deebisuu sanii Akka ta'ees Maddeen Ni balballoomsu Akka barsiisichi jedhutti Laffatiin Ani Mucaa kana barsiisuuf laffa'e natti Waan dhagahameefiin Xiiqii bahachuuf Kana hojjadhe Malee Hatuun Cubbuu ta'uu hin wallaallee jechuun Akka mirgi wabii isaaf kabajamu gaafachuun hundaa ol ijaa Dubbii har'aa ta'ee Jira π€£π