Muluneh Adama

Muluneh Adama God is Good always, Thanks to God!!!

16/06/2026
14/06/2026
sirnii bulchinsaa dhugaan, Sirnaa wal-harkaa fuudhiinsa angoo oromoo kan ta’e fi fakkeenyaa Biyyootta badhaadhanif bu'ur...
14/06/2026

sirnii bulchinsaa dhugaan, Sirnaa wal-harkaa fuudhiinsa angoo oromoo kan ta’e fi fakkeenyaa Biyyootta badhaadhanif bu'uraa sirna diimokiraasii kan ta’e, oromoo biraatii iddoo guddaa kan qabu" Sirnaa gadaati" oromoon aadaa, safuu ,Sirnaa ittin bulmaata dimokiraasii qaba. " SIRNAA GADAATI"

11/06/2026
Dargaggoota Nageenyaaf ijaramuun filaannoo biyyaalessa marsaa 7ffaa Milkeessuun Arsaa Waggaa 150ff turaan dubbati hin de...
04/06/2026

Dargaggoota Nageenyaaf ijaramuun filaannoo biyyaalessa marsaa 7ffaa Milkeessuun Arsaa Waggaa 150ff turaan dubbati hin deebii'uu jechuun zoonii yaa'a loonii buufataa filaannoo Addis sefar Arsaa kafalaniif galatoomaa jicha Injifaannoon dachaa kan dargagootaa Jijjiramaati.

"Ani oromoof Qaalii dha " hacaaluu hundeessaa gafaa Adawa.
29/06/2025

"Ani oromoof Qaalii dha " hacaaluu hundeessaa gafaa Adawa.

20/06/2024
Galmee Eegalleera!
25/11/2023

Galmee Eegalleera!

Address

Adama

Telephone

+251900279388

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muluneh Adama posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Muluneh Adama:

Share