Korma Dhufaaf Booratu

Korma Dhufaaf Booratu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Korma Dhufaaf Booratu, College & University, Adama.

05/07/2023

Injifannoo✊
RIB tokko Aanaa saasiggaa irra badee gara Naqamteettii utuu deema jiru hardha saa'ati 4:00 irratti measha turkii tokko fi rasaasa dhibbaa Lama hidhannoo waliin goottichi funyaan naqamtee jalatti dhuunfatera💪

05/07/2023

Lolli guddaan guyyaa torbaaf itti fufiinsan Ertiraa fi Tplf,gidduuttii deema jira💪

 ❗Namittiin kun dhalataa Horroo Guduruu Aanaa Horrooti Burraayyuudhaa kan ijoollee funaansisaa jiru kana obboleessisaas ...
05/07/2023


Namittiin kun dhalataa Horroo Guduruu Aanaa Horrooti Burraayyuudhaa kan ijoollee funaansisaa jiru kana obboleessisaas Alamaayyoo Dassaalee Turaa manaagera Gandaa ture amma dhimma Nageenya Aanaa Tahee magaala shaambuu galee jira innis achii sabboontota funaansisee hiisisaa jira manni Bulchaa Gandaa ture isa waliin kan hojjetus Aanaatti Guddatee jira maqaansaa Raffisaa Ayyaanaa jedhama OBN irratti Shaneen horii 24 nasaamte jedhee dubbataa ture
Galaanaan amma Burraayyuu naannoo kattaa jiraata pp hamtuudha.

Yaa obboo Galaanaa eega badi hojjii keetif itti gaafatamni mataa keeti risaa jala bahun hin dandahamu🦅

05/07/2023

DHaamsa Xiyeefannoo❗
👉Sadeen-Sooddoo
Aanaa sadeen sooddoo tti kaabinef kaadiree tti aanse waggaa hedduuf bay'ee Kan rakkisa ture fi jiru maqaa qeesii jedhuti hirkachuun xonqayyooni naannoo qurci*ti dhufte ummaata rakkisa jirti.
isaanis :-
1) Qesii sisaay......yeroo amma bataskanaa gidannoo maraamii kan hojjacha jiru.
2) Qesii qalaam warqii ebisaa hojjacha kan jiru,fi hojii falfalaa malee wa'een tajaajila mana amanti kan keessaa isanii hin jirre dha.
kanaaf namoota safuuf duudhaa ummata baleessa jiran kana ummannif of keessatti akka hin ilaalleen dhaamsa❗

19/05/2023

hotela piramidi keessatti tika 1 fi ajaja RIB 1 haleele Risaan🦅

DHimmaa Xaa'oo❗Gidduu darbee dhimmaa XAA'OO pp akeekkachisuun itti hima turre.eega" hima didduun du'a hin didduu jedhan"...
19/05/2023

DHimmaa Xaa'oo❗

Gidduu darbee dhimmaa XAA'OO pp akeekkachisuun itti hima turre.eega" hima didduun du'a hin didduu jedhan"
Bakka marattu amma ummata keenya bifa kanaan hirra❗

18/05/2023

Magaalaa 'aatti roobsaa jira.

18/05/2023

𝗦𝗮𝗮𝘀𝗶𝗴𝗴𝗮𝗮,Dukkanumatu gargar baase.Heddun harkaan qabamte.

18/05/2023

keessa hanga galgalaa kana tti ppn ol yaa'a jirti.Qeerron Hordofi!

17/05/2023

koloobo amma ppn warri fiiggichan tubboo jala seentan ka'i.

17/05/2023

tti amma tikaa 1 lafan gahera.kaasi dhaqi. 🦅

17/05/2023

gidduu ummanni gara manatti gala. Eeggannoo!

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Korma Dhufaaf Booratu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share