09/08/2025
🟡🟢 Kolleejjii Iisti Afrikaa 🟡🟢
Yeroo dhiyootti maqaa gaarii kan argate Kolleejjiin Isti Afrikaa, Abbaa Taayitaa Barnootaa fi Leenjii Itiyoophiyaa irraa muummeewwan beekkamtii argateen bara barnootaa 2018'f barnoota qulqullina qabuu fi sadarkaa isaa eeggate lammi barnoota barbaadu hunda barsiisuuf galmee eegaluu keenya yoo ibsinu gammachuu guddaani.
Iddoon galmee:-
🏛Magaalaa Adamatti:- Gamoo Hoteela Adama Ras irratti
📞Bilbila 0908202122 / 0907202122 / 0222118893
🏛Magaala Adoolaatti:- Garaajii Daagim fuldura
📞Bilbila 0468359083
🏛Magaalaa Yaabellootti:- Pirojeekt, Kolleejjii Horsiisee Bulaa fuldura
📞Bilbila 0464460573
💥💥Kolleejjii Keenya Adda Kan Godhu💥💥
1️⃣Dareewwaan Barnootaa, Mana Kitaabaa fi Kutaa Yaalii Barnoota Gochaa (Labratory) sadarkaa isaa eeggate qabaachuu keenya,
2️⃣Barnoota Teknolojiidhan deeggarame kan kenninu ta’uu isaa,
3️⃣Barattonni iddoma jiranitti firii barnoota isaanii kan ilaalaan ta’uu isaa,
4️⃣Giddu gala magaalaa Adaamaa iddoo geejjibaaf mijataa ta’etti argamuu keenyaa fi
5️⃣Barsiisota yeroo dheeraaf yuunivarsiitii keessatti barsiisaa turaniifi dandeettii qabaniin barsiisuun keenya adda nu taasisa.
💥💥Ulaagaalee guutamuu qaban💥💥
Sadarkaalee fi muummeewwaan barnootaa hundaafuu ulaagaa ministerri saayinsii fi dhaabbilee barnoota olaanoo baasen kan galmeessinu ta’a.
💥💥Muummeewwan Barnoota Kolleejjii Keenyatti Kennaman💥💥
🎓Barnoota Digrii Lammaffaa (Masters)🎓
✍️Masters of Business Administration
✍️Masters of Logistics and Supply Chain Management
🎓Barnoota Digrii Duraa sagantaa idilee fi galgalaatin🎓
✍️Business Administration
✍️Logistics and Supply Chain Management
🎓Barnoota Digrii Duraa sagantaa fagootin(Distance)🎓
✍️Marketing Management
✍️Business Management
✍️Accounting and Finance
✍️Economics
✍️Sociology and Social Anthropology
✍️Rural Development and Agricultural Extension
🎓Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa (Gulantaatin) 🎓
✍️Nursing (III—IV)
✍️Hardware and Networking Service (I—IV)
✍️Marketing and Sales Management (II—IV)
✍️Building Electrical Installation (I—IV)
Toora weebsaayitii: www.eauc.edu.et
Imeelii: [email protected]
Barnoota qulqullina qabuuf Koolleejjii Iisti Afrikaa filadhaa!
"Barachuun Jijjiiramaaf"