04/04/2020
halaa amma adunyaa yadesa jiruun walqabate covid 19 safisan kandabala jiruu tahuu hubachun kenyaa bayye barbachisa ja.en yadaa Ethiophia kesaa namonii covid19 qabaman 38 gahee jira wan kana tahef of egachun kenya dirqama kaa gabafametu 38.male kan nuti hin beyne bayeedha ja.en yadaa akka koti tadhufte tana tanis ganaa