Olmaa oromiyaa

Olmaa oromiyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Olmaa oromiyaa, College & University, Addis Ababa.

 Olola sobaa hin oofinaa nuhoo goobanaa nagaa qabaa
20/08/2021


Olola sobaa hin oofinaa nuhoo goobanaa nagaa qabaa

Baga Milkoofte  saboontuu oromoo
03/08/2021

Baga Milkoofte saboontuu oromoo

Tokyo 2020 day 1_barega takes 10,000m gold for Ethiopia!Selemon barega of ethiopia is the new 10,000m Olympic champion A...
02/08/2021

Tokyo 2020 day 1_barega takes 10,000m gold for Ethiopia!

Selemon barega of ethiopia is the new 10,000m Olympic champion
After mo farah's two titles in 2012 and 2016 the men"s 10,000m title is back to ethiopia
1.selemon barega ETH 27:43.22
2.joshua cheptegei UGA 27:43.63
3.jacob kiplimo UGA 27:43.88

Dandiin baaburaa fi konkollaata jibuutti fi itiyophiyaa kan cufamee ture akkuma itti fufetti jiraachun himame
29/07/2021

Dandiin baaburaa fi konkollaata jibuutti fi itiyophiyaa kan cufamee ture akkuma itti fufetti jiraachun himame

Godina Harargee bahaa Annaa kombolchaatti xiyyaarri WFP (World food program) kan namoota afur qabatee imalaa turee kufee...
28/07/2021

Godina Harargee bahaa Annaa kombolchaatti xiyyaarri WFP (World food program) kan namoota afur qabatee imalaa turee kufee caccabe namoota afran keessa nama tokko kan harki cabeen ala namoonni sadeen hafaan nagaa ta'uu isaani odeeffaneerra bbc news afaan oromoo odeeffane

28/07/2021

Akkam jirtaa umatta oromoo pegii harawaa kana irratti odeefannoo olmaa oromiyaa kan isiin biraa geenyu taha kanaaf kanaa invite gochuun hirriyootta j
Keessaan birraan gahaa Galatoomaa olmaa gaari!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olmaa oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share