Ijaarsa Masjida gabaa harbaa

Ijaarsa Masjida gabaa harbaa As.wr.wb
Baga gama page Ahlu-ssufaa dhuftan Jama'aan kun kan inni irratti xiyyeeffate guddaan rakkataa muslimaa fi sagale hawaasa muslimaa ta'uudha

Wixinee(diizaayinii) Masjida jaami'ul keyri Masjida Agaarfaa kana fakkaata Inshaa Allah ni ijaarama.
17/02/2022

Wixinee(diizaayinii) Masjida jaami'ul keyri Masjida Agaarfaa kana fakkaata
Inshaa Allah ni ijaarama.

26/11/2021

As.wr.wb Masgida Jaami'ul keyri(gabaa harbaa) Haalli mijatee jira karaa kanaan gargaaruu dandeenya.
Account:1000137643832
Waan Dandeenyuun
Share,like gochuun haa gargaarru.

25/11/2021

As.wr.wb Masjidni agartan kun masjida Agaarfaa Jaami'ul keyri (masjida gabaa harbaati) too rabbi fedhe fooqiidhaan ijaaramuu deema muslima kaabaa kibbaa,bahaa,dhihaatiin naa birmadhaa jedha keessattuu dhalataa Aanaa kanaa irra deeggarsa barbaada birmadhaaf waan rabbi nuu laaffiseen haa gargaarru.
Account Masjida jaami'ul keyri(masjida gabaa harbaa)
Ethiopia Nigdi bank
Account: 1000137643832

24/11/2021

Kidmaa diin islaam

22/11/2021

As.wr.wb Masjidni agartan kun masjida Agaarfaa Jaami'ul keyri (masjida gabaa harbaati) too rabbi fedhe fooqiidhaan ijaaramuu deema muslima kaabaa kibbaa,bahaa,dhihaatiin naa birmadhaa jedha keessattuu dhalataa Aanaa kanaa irra deeggarsa barbaada birmadhaaf waan rabbi nuu laaffiseen haa gargaarru.

22/11/2021

Address

Agarfa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ijaarsa Masjida gabaa harbaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ijaarsa Masjida gabaa harbaa:

Share