Attitude setting

Attitude setting Kabajamtoota hordoftoota keenya page kun kan ittiin haasawa onnachiisa ilaalcha nuti hoji fi barnoota fi hawasummaf qabnu foyyeysuuf itti fayyadamnu qofa

Hanguma namoota negative yaadaniif deebi kennuurra of qusattu takka jireenya nagayaa jiraachuu jalqabda kanaaf yaada neg...
25/06/2022

Hanguma namoota negative yaadaniif deebi kennuurra of qusattu takka jireenya nagayaa jiraachuu jalqabda kanaaf yaada negative taheef deebi kennuu dhiifne bareedaadha hora bulaa

28/03/2022

Attitude is express who you are and determine your destinations so please good attitude to reach in high level bye

Addunya kana irratti namoonni kaayyoo isaani galman gahanii bakka gudda tokko gahaan namoota kaayyoo isaani irratti cich...
19/02/2022

Addunya kana irratti namoonni kaayyoo isaani galman gahanii bakka gudda tokko gahaan namoota kaayyoo isaani irratti cichan qofaan isaanis kan jiraataniif ofii saanitiif akkaa tahee warreen addaan baasani hubatanii dha kanaaf kaayyoo ke dhugoomsuuf dursa of baruu fi of tahanii dhaabbachuu haal duree murteysa dha kana guuttanaan wanti galma keenyatti hin geenyeef hin jiru hangam yoo challenge taaneyyuu !!

Hello ya nama na dhageysa ati kan jiraattu baruu kee jiraatta waan taheef kaleessa keetiif hin gaabbin muxannoo siif tah...
31/01/2022

Hello ya nama na dhageysa ati kan jiraattu baruu kee jiraatta waan taheef kaleessa keetiif hin gaabbin muxannoo siif taha malee gaabbii ati kan xiyyeyfachu qabdu boru kee barechurratti jabaadhu .
Wanta hojjatturratti xiyeyfadhu namni maal naan jedha jetta hin duuba ke ilaalte
Kaayyo ke duubatti hin deebisin
go forward update your goal

Princoples of
24/01/2022

Princoples of

The root of education is bitter but the fruit is sweet !!
23/01/2022

The root of education is bitter but the fruit is sweet !!

Education is the tool that breaks down all barriers. Education is part of the foundation of all progress and growth, bot...
23/01/2022

Education is the tool that breaks down all barriers. Education is part of the foundation of all progress and growth, both as an individual and as a society

23/01/2022

Hunda dura nagayni isin irratti ha jiraatu itti ansuun jiruuf jireenya hunda keenya keysatti wanta gufu nutti taha jiru kan akka gara fuula duraatti nu waliin itti fufu hin barbaanne tokkoon qabadhe dhufe inniis "Ilaalcha " ilaalchi keenya hojii nutti guyyaan hojjannu keysatti gahee gudda qaba maliif yoo jennu ilaalcha jechuun lensii nuti wanta tokko ittiin ilaallu jechuudha kanaaf ilaalchi nuti barnootaaf qabnu,daldalaaf ,hariiroo hawasummaaf qabnu maal fakkaata nu eggaadha ballinaan waliin ilaalla nu hordofa

Address

Haramaya University
Alemaya
138

Telephone

+251921647526

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Attitude setting posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Attitude setting:

Share