Hika Chimdessa

Hika Chimdessa Wisdom is come through the experience of trial mistake!

29/10/2025

Yoo jiraannes yoo duunes
Yoo rakkannes yoo argannes
Nuyi kan Kiristoosi!

“Yesus immoo, "Lakkisaa mucoolii dhiisaa, gara koo dhufuu isaan hin dhowwinaa! Mootummaan waaqaa warra akkasiitiif in ta...
10/09/2025

“Yesus immoo, "Lakkisaa mucoolii dhiisaa, gara koo dhufuu isaan hin dhowwinaa! Mootummaan waaqaa warra akkasiitiif in ta'a" jedhe.”
— Mat. 19:14

Efe. 5¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯²² Haati manaa akkuma gooftaa Yesusiif abboomamtu abbaa manaa isheetiifis haa abboomamtu!²³ Kristos mata...
19/08/2025

Efe. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²² Haati manaa akkuma gooftaa Yesusiif abboomamtu abbaa manaa isheetiifis haa abboomamtu!
²³ Kristos mataa waldaa kristiyaanaa akkuma ta'e, abbaan manaas mataa haadha manaa ti; Kristos fayyisaa waldaa kristiyaanaa ti; waldaan immoo dhagna isaa ti.
²⁴ Waldaan kristiyaanaa harka Kristos jala akkuma of galchitu, haati manaas waan hundumaatti harka abbaa manaa isheetii jala of haa galchitu.
²⁵ Kristos akkuma waldaa kristiyaanaa jaallate, waldaadhaafis dabarsee of kenne, akkasuma abbaan manaas haadha manaa isaa haa jaallatu!

05/07/2025

“Waaqayyo wanta hundumaa karaa isaa ofitti araarse; dhiiga Kristos isa fannoo irratti dhangala'eenis lafa irratti, waaqa irratti nagaa buuseera.”
— Qol. 1:20

“"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jir...
25/09/2024

“"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!”
— Yoh. 3:16

“Karaa kee na barsiisi, yaa Waaqayyo! Sababii warri adeemsa koo caqasan jiraniif, ati daandii qajeelaa irra na geggeessi...
25/08/2024

“Karaa kee na barsiisi, yaa Waaqayyo! Sababii warri adeemsa koo caqasan jiraniif, ati daandii qajeelaa irra na geggeessi!”
— Far. 27:11

“Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru.”  — Rom. 8:19
20/08/2024

“Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru.”
— Rom. 8:19

“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa!”  — 1Phe. 5:7
21/05/2024

“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa!”
— 1Phe. 5:7

“Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caalaa qara qaba; inni lubbuu ...
28/04/2024

“Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caalaa qara qaba; inni lubbuu fi hafuura, buusaa fi dhuka gargar in baasa, yaadaa fi akeeka garaa namaas qoree faraduudhaaf in danda'a,”
— Ibr. 4:12

Mat. 18¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Yeroo sanatti bartoonni Yesusitti dhi'aatanii, "Mootummaa waaqaa keessatti hundumaa irra kan caalu ee...
14/04/2024

Mat. 18
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Yeroo sanatti bartoonni Yesusitti dhi'aatanii, "Mootummaa waaqaa keessatti hundumaa irra kan caalu eenyu?" jedhaniin.
² Yommus inni mucaa tokko gara isaatti waamee isaan gidduu dhaabachiisee,
³ "Ani dhuguman isinitti hima, deebitanii akka mucoolii yoo ta'uu dhaabaattan, mootummaa waaqaatti matumaa hin galtan.
⁴ Eenyu illee akka mucaa kanaatti yoo gad of deebise, mootummaa waaqaatti hundumaa irra kan caalu isa.
⁵ Eenyu illees mucaa akkasii tokko maqaa kootiin kan simu ana sima" jedhe.

Address

Right
Ambo

Telephone

+251944740306

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hika Chimdessa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Hika Chimdessa:

Share