Abaye H Dube bilisumma

Abaye H Dube bilisumma Oromiyaa biyya koo bilisumma hawwii koo

14/12/2021

Gabrummaa irra duuti bilisummadha

25/11/2021

Harka fuunee kaabaa fi kibba bahafi dhiha hindii ilmaan aayyaa martuu ==========================================akkuma beekamuu
Haalaa yeroo ammaa kana keessa deemamaa jiruu haala ulfaata tahuu fii yeroo oromoon kan duraa caalaa dammaqee waljabeessuudha.kuni kanaan osoo jiruu ilmaan nafxany tooftaa abba isaani minilikii irraa dhaalanii afaan qawween biyya bulchaa jiran inxooxxoo deemuun suuraa kaatee ummata keenyaa burjaajesuu feetii.
Kuni ummata galee yoo dagattaniif malee. Ijibbaata waan mujuuqani fakkatu. Waraqaan adii gara masaara jedhu illee bu'aa hin finnee. Hiriirri muddamsuuf afuufanillee bu'aa hin finnee .amma maaltuu tahamuuf deema beettuu kijibaan ilmaan hiyyeessa ijoollee teenyaa ibiddatti gatuuf malee akka masara gadii hin baanee ragaa nuuf haa fidanii. Warroonni aangoo qaban ilmaan ofii barsiifachaa ilmaan keenyaa dhiigaan dhiqatuu. Hin hafuu turuuf buluu danda'aa malee dhiignii ilmaan oromoo .
Nama oromoo ganee milkahee hin
Agarree kaa salphatee malee jedhee
Jawaar Muhammad

Finfinneetti wal agarra

25/11/2021

Jirra jirtuu bullee barii arguuf
Jedhee haceen

25/11/2021

Ummaanni oromoo du'uu ni danda'aa ajjeesuu illee ni danda'uu garuu kayyoo fi waan irratti wareegaman sana harkaa fashaleesuun never

Address

Arsii
Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abaye H Dube bilisumma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share