Absataar mahamad

Absataar mahamad Abse Wushu

Mabruk Mabruk alfaa Mabruk baga gammadee broo kiyyaa horaa bulaa meyraa dagaaga lama taha ciisaa sadii taha kaha arrii w...
08/02/2023

Mabruk Mabruk alfaa Mabruk baga gammadee broo kiyyaa horaa bulaa meyraa dagaaga lama taha ciisaa sadii taha kaha arrii waliin filadha gamachuu tee gamachuu tenyaa walifi isin haa dhisuu jolee qash*tii tenyaa ❤️💟❤️💟💋

Felmeta Kebeda is one of the most popular artists our country has bring you a new collection of songs that reach one mil...
05/01/2023

Felmeta Kebeda is one of the most popular artists our country has bring you a new collection of songs that reach one million views! Thanks

DUBARTIIN WAA AFURIIN DHIRAA  CALAA AKKAA DANDESU NI BEKATA.   HUBADHUU1 jaalala mi.eessuu 2 jireenya bareechuu 3 Aarii ...
02/01/2023

DUBARTIIN WAA AFURIIN DHIRAA CALAA AKKAA DANDESU NI BEKATA.
HUBADHUU

1 jaalala mi.eessuu
2 jireenya bareechuu
3 Aarii qabbaneessuu
4 soba dhuga fakkeessuu
Dubartin waan afuriin dhiira caalti
1 amalaan
2 malaan
3 garraamummaan
4 sodaan
Dubartin waan afuriin jiratii
1 Amanttin
2 obsaan
3 abdiin
4 jaalalaan
Dubrtiin waan afur hwwiti
1 gaa.ila godhachuu
2 qabeenya orachuu
3 ijoolee orachuu
4 gammachuun jiraachu
Dubartin waan afur namaa taati
1 haadha
2 obboleetti
3 haadha namaa
4 hojjatu mana keessa
Dubartin dhiira akkamii jaalatti
Kan isheef amanamu
Kan amala gaari qabu
Kan jaalala isheef qabu
Kan kaayyoo qabu
Dubartin dhiira akkamii jibbiti
Kan sobu
Kan mach.aau
Kan irratti jaalatu
Dubartiin waan afur ifa baastee dubbatti
1 dhugaan yoo jalatee
2 waae nama rakkate
3 waan hwwiitee
4 dhibeen yoo qabatee
Dubartin waan afuriif jiraatti
1 Abbaa manaa sheef
2 ijoolee sheef
3 kaayyoo sheef
4 uuumaa sheef

NAAN.SOBEE

Waan dubbistaniif ♥️💓💓💓GALATOMII
SHARE LIKE FOLLOW GODHU HIN DAGATINA

29/12/2022

“Si keessayyuu hin teenyewoo, na keessa taa’ee?” jedhe namichi, hiriyyaansaa iccitii namatti hin himiin jedhee itti himnaan!

CongratulationssssssssMorocco to the semi final of the world cup
10/12/2022

Congratulationssssssss
Morocco to the semi final of the world cup

Gadda Onnee nama cabsu!😭😭Gaaddisa artii Oromoo, falmaa bilisummaa fi waqixxummaa dhala namaa kan ta'e Dr. Artiist Alii B...
06/11/2022

Gadda Onnee nama cabsu!😭😭

Gaaddisa artii Oromoo, falmaa bilisummaa fi waqixxummaa dhala namaa kan ta'e Dr. Artiist Alii Birraa du'aan boqochuun ummata Itoophiyaa maraaf addatti ammoo ummata Oromoof gadda ulfaataadha.

Alii Birraa guddina artii Oromoo qofa otoo hin taane kallattii guddina siyaas-diinagdeefi hawaasummaa ummata Oromoo akeekuun injifannoo ummanni keenya har'a gonfateef nama gumaachaa qaalii taasisedha. Gumaacha Dr. Artiist Alii Birraa taasise dhaloonni bara baraan yaadata. Dr. Artiist Alii Birraa nama artiif amanamee ummataaf jiraate waan ta'eef sirboonni isaa Itoophiyaa biratti jaalala, sadarkaa idil addunyaatti ammoo dinqisifannaa guddaa argachuu danda'aniiru. Mootummaan Naannoo Oromiyaa Dr. Kabajaa Alii Birraaf Jannata ummata Oromoo, dinqisifattootaafi maatii isaatiif ammoo jajjabina hawwaa Sirna geggeessaa goota tokkoof raawwachuudhaaf Koreen Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaan hogganamu hojiitti galee jira.

Rabbiin Aalii jannataatti isaan haa dabalu😭

Innaalillaahi wainnaaileyhi raajii’uunانا لله وانا اليه راجعون Dhugaadha “Midhaan Bilchaate nyaadhamu male hin hafu”   G...
06/11/2022

Innaalillaahi wainnaaileyhi raajii’uun
انا لله وانا اليه راجعون
Dhugaadha “Midhaan Bilchaate nyaadhamu male hin hafu” Gara biyya erraa hafinsa hin qabnee deemeera 😭😭
Rabbiin Tuwbaa isaa erraa qeebalee Ija Rahmataatiin isa ha mil’atu.

Yoo ofii aannan dhugdeEenyuuf dhama kuusta?Yoo ofii tabba baateEenyuun laga buusta?Otuu harki ofii Dhoqqeefi kosii haruu...
28/10/2022

Yoo ofii aannan dhugde
Eenyuuf dhama kuusta?
Yoo ofii tabba baate
Eenyuun laga buusta?
Otuu harki ofii
Dhoqqeefi kosii haruu
Bar-meeqa foon nyaachuuf
Taa'anii ilkaan qaruu?
Namni farda yaabe
Maaf abaara lafa?
Yoo fardarraa kufe
Qilleensarratti hafaa!?

Jiraachuu kee feena malee du'a kee hin feenu Rabbiin sihaa fayyisuu kabajamaa Dr Ali Birraa
22/10/2022

Jiraachuu kee feena malee du'a kee hin feenu Rabbiin sihaa fayyisuu kabajamaa Dr Ali Birraa

Guyyoota 3 Qofaatu hafe.Ebba filmii SARDAMAA  irratti hirmaachuuf, Tikeetii Seensaa dhaqabadhaa.Waroonni Magaalaa Harari...
19/10/2022

Guyyoota 3 Qofaatu hafe.
Ebba filmii SARDAMAA irratti hirmaachuuf, Tikeetii Seensaa dhaqabadhaa.
Waroonni Magaalaa Hararii fi Naannawashee lakkoofsa bilblaa armaan gadii kanaan ni argattu.
0937773707
0915123244

19/10/2022

Address

Hararge
Aweday

Telephone

+251934309571

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Absataar mahamad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Absataar mahamad:

Share