Saami dabalee

Saami dabalee ✅✅Jesus is My Lord ❤️❤️❤️

28/01/2025
===Oduu Gammachiisaa===Daa'imni Gujii  gara   fudhatamuuf.Seenaa mucaa kanaa namni hin dhaga'in jira jedhee hin yaadu. Q...
07/06/2023

===Oduu Gammachiisaa===

Daa'imni Gujii gara fudhatamuuf.

Seenaa mucaa kanaa namni hin dhaga'in jira jedhee hin yaadu. Qoraan dugdatti baatee qarshii 20 ykn 30 tti gurguree maatii isaa gargaaraa ture. Har'a garuu seenatu jijjiirame.

Mucaa seenaan isaa namoota baay'ee gaddisiise Kun guddifachaadhaan gara fudhachuuf ilmi Oromoo obbo Maatii wajjin walii galanii jiraachuutu himame.
Yeroo dhiyootti processin akka jalqabamuufi barnootasaa hundas achitti akka baratu sponsera guutuu tahuufii himame.

Waaqayyoo gaafa nama yaadatu Akka kana.

Yoo jaalala waaqayyoo tahe Waxabajjii 11/10/2015 Eebbi CD Faar. Alemu Mekonin lakkoofsa 3ffaa eebbisiisuuf waldaa guutuu...
07/06/2023

Yoo jaalala waaqayyoo tahe Waxabajjii 11/10/2015 Eebbi CD Faar. Alemu Mekonin lakkoofsa 3ffaa eebbisiisuuf waldaa guutuu wangeelaa saansusitti wal agarra.
Local time 08:00(after noon)

Follow meSaami dabalee
07/06/2023

Follow me
Saami dabalee

Eeyyee irran deebi’a   dha. Sobduutiin   jettanii warri waamtan isinuu sobduu dha.       ✍️dastaa hinsarmuu
28/04/2023

Eeyyee irran deebi’a dha. Sobduutiin jettanii warri waamtan isinuu sobduu dha. ✍️dastaa hinsarmuu

25/04/2023

Yesuus kiristoos gooftadha

     Baga nagaan nuuf dhufte sooleekoo dhangaa waaqayyo sikeessa nuuf kaa'e simachuuf nutis qophiidha qaxaleekoo ❤️Ebla ...
21/04/2023


Baga nagaan nuuf dhufte sooleekoo dhangaa waaqayyo sikeessa nuuf kaa'e simachuuf nutis qophiidha qaxaleekoo ❤️
Ebla 21/8/2015 waldaa FBI makannisa sanbata xiqqaa sa'aatii 7:30 kaasee Wal argina eebbifamaa

12/04/2023

Bakka kamuu dhaquu haala kamuu keessa seenuu dandeessa garuu bakka waaqayyo hin jirre at dhaqxu hin jiru.

Address

Bishoftuu
Debre Zeyit

Telephone

+251934096966

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Saami dabalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Saami dabalee:

Share