Abbaa Daakaa

Abbaa Daakaa WBO

JIRTUU?🎤🎤🎤Ibsa Miidiyaa Sagantaa Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa 4ffaa fi Sagantaa Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa...
14/06/2024

JIRTUU?
🎤🎤🎤
Ibsa Miidiyaa

Sagantaa Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa 4ffaa fi Sagantaa Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa 3ffaa ilaalchisuudhaan Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 7, Bara 2016 Hoteela Iskaaylaayitiitti ibsa miidiyaaleeef ni keenna.

Kanaafuu Miidiyaaleen guyyaa kanatti ganama sa'aatii 4:00 irratti bakka jedhametti argamuudhaan uwwisa miidiyaa akka kennitaniif kabajaan isin affeerra.

Galatomaa

Address

Babogaya
Debre Zeyit

Telephone

+251942520723

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Daakaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abbaa Daakaa:

Share