17/05/2026
Odaa
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!
Ergaa ijoo Itoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti jedhuun, duull na filadhaa Paartiin Badhaadhinaa taasisaa jiru, Bu'uuruma kanaan Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti sagantaalee gara garaatiin gaggeeffamaa Oleeti jira. Injifannoowwan galmaa'an akka itti fufan,abjuun Itoophiyaa badhaate dhugoomsuu akka dhugoomuuf Paartii Badhaadhinaa filachuun gamnummaadha. Paartii Badhaadhinaa Filachuun hirmaannaa filannoo keessatti taasisnuu ol dhimma egeree murteessuuti.
Mallattoon Filannoo Paartii Badhaadhinaa Nadoo Qamadiiti.
Badhaadhiina Filachuun:-
👉 Nageenya Mirkaneessuuf
👉Misooma Arifachiisuu
👉Sabdanessuummaa Walqixxeessuuf
👉Biyya badhaate ijaaruuf
👉Fayyadamummaa rog daneessaa mirkaneessuuf!
Walumaagala Nadoon Qamadii Mallattoo Badhaadhina Itoophiyaati