Amanaa Primary and Secondary Model School

Amanaa Primary and Secondary Model School Mana

27/09/2025

Allahuma salli Alaa Nabiyyanaa Muhammad Sallallaahu Aleeyhi

14/09/2025

Home 🏡 of the source of islamic knowledge

29/08/2025

Allahuma salli Alaa Nabiyyanaa Muhammad Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

20/06/2025

Rabbuma naan hin fidhini Ta’aga!!!
Wollookoo hawaasa Kamiseefii kombolchaa ani gama kiyyaan sagantaa guyyaa boruu irratti argamuuf an qophaa’een ture amma garuu sagantaa humnaa oliitu numidate waan ta’eef isinirraa hafuun dirqama ta’e dhiifama nuuf godhaa!!! Jama’aan kawunsilii dargaggootaa dhufaa jiru walgahii gaarii Rabbi isiniif hataasisu

28/05/2025

As wr wb maatii koo

02/10/2024

Baha Jerusaalamitti ijaarte keessa yeroo ammaa yihuudota kuma 600 caalantu jiraatu.

Seera idiladdunyaatiin qubsumni kun seeraan ala. Kun ejjennoo Mana Maree Nageenyaa UN fi mootummaa UKti, biyyoonni addunyaa hedduun ejjennoo kana qabanis jiru.

Kana jechuun lammiileen Israa'el kunneen seeraan ala qubatanii jiru jechuudha.

Israa'el garuu kana fudhattee hin beektu, fudhachuus hin feetu.

Waa'een qubattoota Israa'el fi baqattoota Filisxeem yoomuu madda qoccolloo biyyoota lameenii fi addunyaati.

Waliigalatti Egereen lammiilee Filisxeem, waa'een qubattoonni Yihuudaa West Baank keessaa kaafamuu, waa'een Yerusaalam, hundaa ol ammoo waa'een Filisxeem biyya of dandeesse ta'uu madda qoccolloo ijoodha.

Bal'ina lafaa kiilomeetir iskuweerii 20,770 kan qabdu Israa'el biyyoota Arabaa kanneen akka Masrii, Jordaan, Siiriyaadhaan marfamtee handaara galaana Meeditiraaniyaaniirratti argamti.

Magaalaa guddoon ishee Yerusaalam ta'uu himatti, garuu kun beekamtii idiladdunyaa muraasa qaba.

Uummanni Israa'el miiliyoona 9.6, afaan Hibruu irratti dabalataan afaan Arabaas ni dubbatama.

🌹FAAYIDAA HAADHA GAARII❣️Haadha ofiif beekkumsa shari'aa islaamaa barattee barachuu qofaa miti tan itti dalayduutu baay'...
28/07/2024

🌹FAAYIDAA HAADHA GAARII❣️

Haadha ofiif beekkumsa shari'aa islaamaa barattee barachuu qofaa miti tan itti dalayduutu baay'ee ilmaan isheetiifis bareeda. Jaartiin sodaa Rabbii qabdu yeruma hundaahuu hedduu takka halkaniifi guyyaa haqa jaarsa isheeti ofirraa eeydi. Sana booda ammoo erga Rabbiin ilmaan kanneefis guddisaa irratti ifaajee baay’ee ifaajji.

Guddisaan ilmaanii daa'imummaa irraa waan jalqabduuf ammuma itti xiyyeeffachuu jalqabdi. Haati tun yeroo mana keessatti hojiilee garaagaraa hojjattu daa'ima harkaan qabachaati afaan isheetiin qur'aana qaraati kanaaf daa'imni kun qur'aanumaan guddachuu danda'a Kanaafi haadha gaarii taatee argamti.

Fakkeenyaaf, haadha Imaamu Ahmad yoo fudhanne ofiif dukkana keessa teesseeti ilma ishee biyyaaf ibsite. Yeroon amma keessa jirru namoonni hedduun social media kan fayyadaman ta'uus shamarran keenya garuu akka haadha Imaamu Ahmad kana ta'uuf har'a of qopheeysuutu isaan hundarraa barbaachisaadha.

Anaafi Isiniifiis Jaartii Akka Haadha Imaamu Ahmad Tana Rabbiin Nuuf Haa Kannu.

Maddi Barreeffama kana:-
Tajir Umar July 28,2024

@@

01/07/2024

1Dhugaa dubbachuu
2Arrabaafii tiksuu
3Qaama saala tiksuu
4Amanaa tiksuu
5Waadaa eeguu
6Shariyaa rassuulaa tiksuu

Namni waa jahaan kana sirriitti eeggate
Rabbiin jannata koo seenu malee numa hin taane jedhe subahanaa waa ta'alaa.

01/07/2024

Wanti fedhe haa galu ~ abadan Abdii hin kutatin, hamileen kees yoomuu sin caphin! Ati boru arguu dhabuu malta, boruu hin argine kana akka waan sitti dukkanaa’aa deemuu tasuma hin yaadin!

Be an Optmisit✍🏾

Yoo har’a wanti ati feetu hin taane, bor tahuu mala. Yoo boru hin taane iftaan tahuu mala. Yoma Adduunyama kanarattuu tahuu dide Aakhiratti tahuu mala ~ atumti waan egeree sitti dukkaneessu hin yaadin!

Jireenya kee keessatti furtuun guddaan waan hedduu si harka jira.

Furtuu san osoo si harka jiru osoo barbaadaa ooltees hin argitu, yoo ofitti garagaltee ofuma harka barbaadde malee.

Qaama biraa dhiisi ~ Ofirratti hojjadhu, kan hafe Rabbitti ol kenni✍🏾

Address

Sabiyan Bargelle Road
Dire Dawa

Opening Hours

Monday 07:00 - 12:30
Tuesday 07:00 - 12:30
Wednesday 07:00 - 12:30
Thursday 07:00 - 12:30
Friday 07:00 - 12:30

Telephone

+251979348788

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amanaa Primary and Secondary Model School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Amanaa Primary and Secondary Model School:

Share