M̬̂oham̬̂ê̬ T̬̂ofik̬̂ p̬̂ê̬ĝ̬â̬

M̬̂oham̬̂ê̬ T̬̂ofik̬̂ p̬̂ê̬ĝ̬â̬ Odefanoo

04/05/2026

Add Challenge jijirama daqiiqa_5
Nama jedhe
hunduma hiriyomfadhu➕🤝

04/05/2026

Koottuu Fayyadami!✅

Nama jedhe ADD godhii dafii deebisi jedhiin!🫰

02/05/2026

challengen jalqabeera Nama Jedhe Add/Follow godha waliif deebisa

22/04/2026

itti fufeera..💥
Nama Lakk.28 barreesse hunda godhi👫

22/04/2026

🤣🤣🤣

 .Urjii Televiziyoona biyya Faransaay kan taate   kan jedhamtu Amantaa muslima Ji'a tokko eega qorattee booda Islaamumma...
04/11/2022

.
Urjii Televiziyoona biyya Faransaay kan taate kan jedhamtu
Amantaa muslima Ji'a tokko eega qorattee booda Islaamummaa jalalaan simachuu isii ibsitee jirtti. ja,ii
Mootiin biyya Faransaa maakroon Islaama dhabamsiisuuf halkaniifi guyyaa oso laffa'uu Rabbiin diin isaa babal'isaa jira .
baga nagayaan gara amantii tee tan jalqabaa dhufte .Maasha Allah
Isin ho maliin simattan??__

🛫🛫🛫🛫🛫

Siif himuus siif hin galleBaay'ee si jaalachuun koo Jaalala keetiin rakkamee Maal taate yaa hirko kooSiif jadhee gubadhe...
02/11/2022

Siif himuus siif hin galle
Baay'ee si jaalachuun koo
Jaalala keetiin rakkamee
Maal taate yaa hirko koo

Siif jadhee gubadhee
Foonis narraa dhumee
Yaada keetiin qabameen
Kophaa ciisee guungumee.!
💞💞💞💞💞💞💞💞💞
👉

Maltuu siti dhagaayama jiraa💗💗💗💗
02/11/2022

Maltuu siti dhagaayama jiraa
💗💗💗💗

@🇯 🇦 🇱 🇦 🇱 🇦 🇫  🇬 🇦 🇲 🇲 🇦 🇨 🇭 🇺 :*Addunyaa Tana Irratti:~ Jecha kee eeggadhu, isatu gocha ta’aatii.~ Gocha kee eeggadhu,...
23/10/2022

@🇯 🇦 🇱 🇦 🇱 🇦 🇫 🇬 🇦 🇲 🇲 🇦 🇨 🇭 🇺 :
*Addunyaa Tana Irratti:
~ Jecha kee eeggadhu, isatu gocha ta’aatii.
~ Gocha kee eeggadhu, isatu amala ta’aatii.
~ Amala kee sirreessi isatu namoota wajjiin si
jiraachisaatii.
~ Jireenya kee fooyyessi, isatu boqqonnaa bara
jireenya kee guutuutii.
~ Qabeenyaan qabduun namatti hin boonin,
qabeenyi fixeensa ganamaatii.
~ Beekumsa qabduun uf hin tuulin, namoonni si
caala beekan heddutu jiraatii.
~ Aangoo qubaan si filaniin uf hin dhiibin, qubaan
irraa si buusaniitii.
~ Hin hatin abaarsa jalaa baataatii.
~ Hin kijibin amanamaa taataatii!

Page kana Fellowes godhaa
22/10/2022

Page kana Fellowes godhaa

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when M̬̂oham̬̂ê̬ T̬̂ofik̬̂ p̬̂ê̬ĝ̬â̬ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to M̬̂oham̬̂ê̬ T̬̂ofik̬̂ p̬̂ê̬ĝ̬â̬:

Share